Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi marichaa hirmaachisaa fi hammataa akka ta’u tumsuun gahe hundaati-KMB
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Adeemsi marii biyyaalessaa hirmaachisaa fi hammataa akka ta’u tumsuun gahee hundaa ta’uu akka qabu Komishinarri Marii Biyyaalessaa hubachiise.…
Sirni Awwalchaa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos raawwatame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaatti waggoota hedduuf sochii siyaasaa keessatti hirmaannaa taasisaa kan turan sirni awwaalchaa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos raawwatameera.…
Magaalichatti kabaja Ayyaanoota Masqalaafi Irreechaa ilaalchisee Jaarmiyaalee Dargaggootaafi…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti kabaja Ayyaanoota Masqalaafi Irreechaa ilaalchisee Jaarmiyaalee Dargaggootaafi Dubartoota Waliin mari’atameera.…
Horsiisee bultoonni inshuraansii beeyladaa akka bitatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Horsiisee bultoonni inshuraansii beeyladaa bara 2017 marsaa jalqabaa akka bitatan Ministeerri Qonnaa waamicha dhiyeesse.
Gurgurtaan inshraansii…
Itiyoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii qajeeltoo Gaanfa Afrikaa bu’uura taasiise dagaagsuu barbaaddi…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii qajeeltoo Gaanfa Afrikaa bu’uura taasiise dagaagsuu kan barbaaddu ta’uu Ministeera Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii…
Pirofeesar Bayyanaan hojiin bara jireenya isaaniitti hojjetan kan nama boonsuudha-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaan hojiin bara jireenya isaaniitti hojjetan kan nama boonsu waan ta’eef dhaloonni irraa barachuu qaba jechuun Ministirri Muummee FDRI…
Sirni geggeessaa reeffa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirni geggeessaa reeffa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos galma Barkumeetti gaggeeffamaa jira.
Sirna gaggeessicharratti Qondaaltonni mootummaa, maatii fi…
Oomishaaleen Karameellaa Hanii Siwiitii, Laavilii fi Googil jedhaman gabaarra akka hin oolle…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Oomishaaleen Karameellaa Hanii Siwiitii, Laavilii fi Googil jedhaman gabaarra akka hin oolle dhorkamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa…
Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni kumni 16 ni bobbaafamu-Waldicha
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni tola ooltonni kumni 16 kan bobbaafaman ta’uu Waldaan Dargaggootaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Sirni Damaraa fi Irreechi rakkoo nageenyaa malee akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jira-Poolisii…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirni damaraa Masqalaa fi Irreechi rakkoo nageenyaa malee akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa Beeksise.
Poolisiin…