Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Barnoonni Bara 2017 eegale
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 eegaleera.
Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu hanga kutaa 12ffaa keessatti simannaa…
Pirofeesar Bayyanaan mallattoo qabsoo siyaasa nagaati-Dooktar Abiy
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexioroos mallattoo qabsoo siyaasa nagaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad Pirofeesar…
Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos du’aan boqotan
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos du’aan Addunyaa kanarraa boqotan.
Pirofeesar Bayyanaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Giddugalawwan Cehumsa Baadiyyaa Indaastirii Qonnaa
Galmoota ijoo mootummaan jijjiiramaa milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko ummata dinagdeen yabbate ijaarudha. Galma kana fiixaan baassuuf gama tokkoon toora xiyyeeffannoo kan adda foo’e…
Itiyoophiyaan qajeeltoowwan waliigaltee Jeneevaa ni kabajji-MDhA
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Bara Faranjootaa 1949 kan mallatteeffame qajeeltoowwan waliigaltee Jeneevaa akka kabajju Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Yaadannoon…
Sirni Damaraa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaanii eeggatanii akka kabajaman qophiin…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Sirnoonni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eeggatee nagaan akka kabajamu qophiin taasifamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati-TKM
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse.
Tajaajilichi Sadarkaa…
Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala – BBO
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 guyyaa boruu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa ibseera.
Boru Manneen…
Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 har’a ifatti eegalame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 har’a ifatti eegalameera.
Dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfaa hunda…
Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu hin qabdu –…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu kan hin qabne ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…