Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giruuppiin Daandii qilleensichaa lammiilee Godina Kaaba Goondaritti balaa sigiga lafaan miidhamaniif…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Giruuppiin Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Waldaa Misooma Naannoo Amaaraa waliin ta’uun lammiilee Godina Kaaba Goondaritti balaa sigiga lafaan…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara magaalaa Ateensitti taasiisu guddisuufi
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii torbeen gara Giriik magaalaa Ateensitti taasiisu guddisuuf ta’uu beeksiseera.
Dhaabbatichi balallii yeroo…
Hojiileen wabii nyaataa mirkaneessuuf eegalaman cimanii itti fufuu qabu – Obbo Getaachoo Raddaa
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Naannoo Tigraayitti hojiileen wabii nyaataa mirkaneessuuf eegalaman cimanii itti fufuu akka qaban Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannichaa Obbo…
Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Itiyoophiyaatti hojiirratti bobba’an waliin mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Seekreetaariyaat Pireesiin Waajjira Ministira Muummee Gaazexeessitoota dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Itiyoophiyaatti hojiirratti bobba’an irraa…
Argisiifni Irreechaa bara 2017 akaakuun jalqabaa ta’e gaggeeffamuufi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Agarsiifniifi Baazaariin Irreechaa 2017 akaakuun adda ta’e qophaa'uu ibsameera.
Agarsiisichi carraawwan diinagdee adda addaa kan uumuufi taateewwaniifi…
Faransaay shororkeessitoota gaanfa Afrikaa fi guutuu Afrikaa keessa jiran dhabamsiisuuf Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Hariiroo waloo fi hundagleessa Itiyoophiyaa fi Faransaay caalmaatti cimsuuf mariin taasiifameera.
Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen Dhaabbii…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda isaanitti dhaga’ame ibsan.
Pireezidaanti Saahilawarqi…
Manni marichaa du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda itti dhaga’ame ibse.
Manni marichaa ibsa gaddaa baaseen,…
Pirofeesar Bayyanaan hayyuu siyaasa biyyattii tarkaanfachiisuuf amanamummaan ifaajaniidha-Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaan hayyuu siyaasa biyyattii tarkaanfachiisuuf amanamummaan ifaajaniidha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Ce’umsa haqaaf miidiyaaleen gahee isaanii akka bahatan gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Ce’umsi haqaa raawwii guutuu akka qabaatuu fi haqa mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf miidiyaaleen gahee olaanaa bahachuu qabu jedhame.
Karoora…