Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ibsa Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname
Nagaa Nagaa Nagaa!!!
Ummanni naannoo keenyaa, rakkoon nageenyaa yeroo dheeraaf isaa rakkisaa ture, karaa nagaa akka goolabamu yeroo garaa garaa hiriira nagaa gurguddoo gochuun waamicha…
Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka oomishuuf hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka hojitti galuuf hojjatamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal.
Obbo…
Filannoon Somaaliilaandi nagaan xumuramuu hordofee Itiyoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarsite
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Filannoon Pireezidaantummaa Somaaliilaandiitti dheengadda gaggeeffame karaa nagaa fi Demokiraatawaa ta’een xumuramuu hordofee mootummaan Itiyoophiyaa ergaa…
Poolisiin Federaalaa fi Ministeerri Nageenyaa Ummata Chaayinaa dhimmoota waloon hojjetanirratti…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa Ummata Chaayinaa Zyii Yaanjuu waliin…
Dooniin jalqabaa Xaa’oo biyyoo bara 2017/18 feete buufata Jibuutii geesse
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Dooniin jalqabaa Xaa’oo biyyoo Yuuriyaa jedhamu kuntaala kuma 400 fi kuma 72 ol feete buufata Jibuutii qaqqabuu ibsameera.
Yeroo itti aanu hojiin Xaa’oo…
Godinicha Aanaalee garaagaraatti Hiriirri waamicha nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) –Godina wallagga Bahaa aanaalee garaagaraa keessatti hiriirri waamicha nageenyaa gaggeeffameera.
Jiraattoonni godinichaa aanaalee garaagaraa rakkoo…
Komishinichi dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaa waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa bakka bu’oota dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfaa 56 irraa babba’an waliin mari’achaa jira.
Komishinichi bakka…
Dhugumaan Oromiyaatti ukkaamsaan jumlaa raawwataamaa jira?
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaa naannawaa tokko tokkotti tibbana gochaan ukkaamsaa jumlaa raawwatamaa jira odeeffannoon jedhu gama miidiyaalee hawaasummaan odeeffamaa…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan daawwannaa hojiif Bahirdaar galan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan daawwannaa hojiif Magaalaa Bahirdaar galaniiru.
Fiild Maarshaal Birhaanuun…
Aadde Adaanech Naannawaa Kaasaanchiis deebisanii misoomsuuf abbootiii qabeenyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen naannawaa Kaasaanchiis walta’iinsaan deebisanii misoomsuun haala danda’amurratti abbootii…