Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Naannawaa Kaasaanchiis deebisanii misoomsuuf abbootiii qabeenyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen naannawaa Kaasaanchiis walta’iinsaan deebisanii misoomsuun haala danda’amurratti abbootii…
Dooktar Abiy Ahimad jila Chaayinaa Bulchiinsa Jiiyaansuu irraa dhufe waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila bulchaa olaanaa Bulchiinsa Jiiyaansuu Shuu Kuuliin durfamu waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota waloo…
Afaaritti aadaan Xaafii oomishuu babal’achaa dhufuun himame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Naannoo Afaaritti aadaan Xaafii oomishuu babal'achaa dhufuu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse.
Naannichatti Xaafii oomishuun Bara 2012 kan jalqabe yoo…
Itiyoophiyaan waliigalteewwan jijjiirama qabeenya qilleensaa hojiirra oolchuuf waadaa galte biyya…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan waliigalteewwan jijjiirama qabeenya qilleensaa hojiirra oolchuuf waadaa galte biyya qabatamaan raawwatte ta’uu Sagantaan Misoomaa Dhaabbata…
Jijjiirama qilleensaa ittisuu fi gadi lakkifama kaarbanii hir’isuuf waliigalteen tumsaa mallattaa’e
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Azarbaajaan Baakuutti gaggeeffamaa jirurratti jijjiirama…
Aanaalee Godina Jimmaa adda addaa keessatti facaasaan Qamadii jallisii bonee itti fufe
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Aanaalee Godina Jimmaatti adda addaa keessatti facaasaan Misooma Qamadii Jallisii Bonee bara kanaa itti fufuu ibsameera.
Godinichatti bara kana lafa…
Pireezidaanti Taayye Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Azarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Azarbaajaan Ilhaam Aliyeev waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen…
Itiyoophiyaan Konfiraansiin hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa hojjette – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan kurmaana 1ffaa darbe keessaa Konfiraansiiwwanii fi Yaa'iwwan keessummeessiteen hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa hojjechuu Ministeerri…
Tigiraayitti Oomishi Qonnaa %50 walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Naannoo Tigiraayitti bara oomishaa 2016/17 lafa hektaraa kuma 700 fi kuma 27 misoome keessaa %50 kan ta’u walitti qabamuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Waliif owwaannee imimmaan harmee haa qoorsinu jedhan jiraattoonni Gujii Lixaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Godina Gujii Lixaa fi Magaalaa Bulee Horaatti hiriirri waamicha nageenyaa fi araaraa gaggeeffameera.
Hiriiricharratti Abootii Gadaa, Haadhoolii Siinqee…