Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Waldaa Abootii Alangaa Oromiyaa 4ffaan Shaashamanneetti gaggeeffamaa
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Yaa'iin Waldaa Abootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 4ffaan Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa'icharratti Hoggaanan Biiroo Abbaa Alangaa…
Ministeerri Qonnaa Naannoo Afaaritti tajaajila tola ooltummaan deeggarsa garaagaraa taasise
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Ministeerii Qonnaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaar Magaalaa miilleetti tajaajilaa tola ooltummaan degegarsa garagara ataasianiiru.
Ministira…
Lafti hektaarri miiliyoona 1.84 boqqooloon uwwifameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Inisheetivii misooma Boqqolloon lafti hektaarri miiliyoona 1.84 ta'u boqoolloon uwwisuun akka danda'ame Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa…
Paarkichi meeshaalee biyya keessaa bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjechaa akka jiru ibse
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Daldala alergii guddisuu fi meeshaalee biyya alaatii galfaman kan biyya keessaatiin bakka buusuuf hojjechaa jiraachuu Paarkiin Indaastirii Hawaasaa…
Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 144 boloqqeen uwwifame – Waajjira Qonnaa…
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 144 boloqqeen uwwifamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiise.
Lafa misoome kanarraa callaan…
Oomisharraa Ilbiisotaa fi Simbirroo Girrisaa to’achuuf dandeettiin horatameera – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Oomisharraa Ilbiisotaa fi Simbirroo Girrisaa to’achuuf dandeettiin horatamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Oomishtummaa oomisha bara 2016/17 dabaluuf…
Hojii raawwachiistonni Waldaa Aksiyoonaa ‘Parpaz Bilaak’ to’ataman
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Hojii raawwachiistonni Waldaa Aksiyoonaa ‘Parpaz Bilaak RTH’ aangoo seeraan ala fayyadamuu, yakka gowwoomsaa fi malaammaltummaa cimaan shakkamuun har’a…
Miseensonni Diyaaspooraa Oromiyaa Adaamaatti pirojektoota misoomaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Miseensonni diyaasporaa Oromiyaa pirojeektoota misoomaa Magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwateera.
Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluu…
Hiyyummaan Qaaniidha, Badhaadhinni Qananiidha! – BKO
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Hiyyummaan Qaanii, Badhaadhinni Qananii ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biyyi bu’uura cimaa bu’uureessuufi dhaloonni waaressu…
Daandiin Qilleensichaa Onkololeessa 22, 2017 Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu ibse
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Onkololeessa 22, 2017 eegalee torbeen yeroo 6 gara Baangilaadiish Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu…