Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensichaa Onkololeessa 22, 2017 Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu ibse
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Onkololeessa 22, 2017 eegalee torbeen yeroo 6 gara Baangilaadiish Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu…
Itiyoophiyaan Somaaliyaa waliin waldhabdee qabdu karaa dippiloomaasiin furuuf fedhii qabdi-Amb.…
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Mootummaa Giddugaleessaa Somaaliyaa waliin waldhabdeewwan qabdu karaa dippiloomaasiin furuuf fedhii akka qabdu Ministirri Ministeera Dhimma…
Yaa’iin Barnootaa sadarkaa biyyaalessaa 33ffaan magaalaa Finfinneetti taa’amuu eegale
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) - Yaa’iin Barnootaa sadarkaa biyyaalessaa 33ffaan magaalaa Finfinnee Yuunivarsiitii Finfinnee Mooraa Mana Barumsaa Hojii Daldalaatti taa’amuu eegaleera.…
Hoggantoonni Ministeera Qonnaa fi Dhaabbiilee Waamatoota Naannoo Afaaritti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Hoggantoonni fi Hojjettoonni Ministeera Qonnaa fi Dhaabbiilee Waamamtoota Naannoo Afaar Aanaa Dubitii Ayirolafinaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Bara 2017tti Barattoota miiliyoona 12 simachuun barsiisuuf qophiin taasifameera-BBO
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2017'tti barattoota miiliyoona 12 simachuun barsiisuuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.…
Kilaastera misooma Bolaqqee Aanaa Zuwaay Dugdaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaatti Boloqqeen lafa hektaara kuma 10 fi 473 irratti Kilaasteraan misoomaa jiraachuu ibsame.
Aanichaatti inisheetiivii…
Hoggantoonni fi Hojjettoonni BKO ijaarsa mana harka qalleeyyii eegalchiisan
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni fi hojjettoonni Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Galaan Guddaa Aanaa Galaan Guddaatti ijaarsa mana harka…
Magaalichatti Sigiga dhagaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 13 bakka addaa Salaam Safar jedhamee waamamutti dhagaan sigigaachuun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.…
Hojiirra oolmaa Imaammata Diinagdee mandhaleef hirmaannaan damee dhuunfaa murteessadha – Obbo…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Hojiirra oolmaa Imaammata Diinagdee mandhaleef hirmaannaan damee dhuunfaa murteessaa ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan…
Qajeelfamaa fi dambii Daandii Qilleensichaa hojiiraa oolchuun barbachisadha- Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC)-Qajeelfamaa fi dambii hojjettoonni Daandii Qilleensaa dabarsan fudhachuun hojiiraa oolchuun barbaachiisa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Aveeshinii…