Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paampiiwwan bishaanii anniisaa aduun hojjetan dhiyeessii bishaaniif murteessoo ta’uun akeekame
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Paampiiwwan bishaanii anniisaa aduun hojjetan naannawaalee hanqina roobaa qabanitti bishaan dhiyeessuuf meeshaalee murteessoo ta’uun akeekame.…
Manni marichaa danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasise
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) –Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Hararii danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasiseera.
Manni marichaa dhimmoota…
Daandiin qilleensichaa barattoota addatti leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa barattoota manneen barnootaa 28rraa ba’aniif Saayinsii, teeknooloojii, Mahaandisummaa fi herregaan leenjii addaa kennaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa Baankii Misooma Afrikaa geggeessan
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Itiyoophiyaatti Bakka Bu'aa fi Daayrektara Itti Aanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Abdul Kaamaaraa…
Sirreeffamtoota Seeraa kuma 3 fi 611’f dhiifamni taasifame-BAAO
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Sirreeffamtoota Seeraa kuma 3 fi 611’f dhiifamni taasifamuu Biiroon Abbaa Alangaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Biirichaa Obbo Guyyoo Waariyoo ibsa…
Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektarri miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifame – Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektarari miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifamuu Ministeera Qonnaa beeksise.
Lafa misoome keessaa heektaarri…
Pirofeesar Gabbisa Ejjetaan qorata misooma midhaanii waggaa jedhamuun filaman
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Ameerikaatti Yuunivarsiitiin adda duree fi beekamaa ta’e Yuunivarsiitiin Purdi dhalataa Itiyoophiyaa kan ta'an Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa, qorannoo…
Komishinichi Naannoo Sidaamaatti waltajjiin ajandaa walitti qabuu eegalame
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Komishininiin Marii Biyyaalessaa Naannoo Sidaamaatti waltajjii marii ajandaa walitti qabuu Magaalaa hawaasaatti eegaleera.
Waltajjicharratti kutaaleen…
Dodolaatti rooba cabbii fi bubbee makatee roobeen lubbuun beeyladoota 19 darbe
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti rooba cimaa bubbee fi cabbii makatee roobeen mancaatii cimaan qabeenyarra qaqqabuun ibsame.
Guyyaa kaleessaa roobaa…
Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamuun yeroo 3 du’aan akka adabamu…
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii camsuun to’annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa…