Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamuun yeroo 3 du’aan akka adabamu…
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii camsuun to’annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa…
Pireezidaanti Shimallis Diyaaspooraa Oromootiif waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Irrecha bara 2024’f Diyaaspooraa Oromootiif waamicha dhiyeessaniiru.
Ergaan…
Tarkaanfiin omisha Ruuziin fedhii biyya keessaa guutuu bu’aa qabeessa ta’eera-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)-Omisha ruuziin fedhii biyya keessaa guutuuf tarkaanfiin eegalame bu’aa qabeessa ta’aa dhufuu Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…
Dooktar Abiy Ahimad naannawaale garaagaraatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif gadda itti…
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sigiga lafaa naannawaalee biyyattii garaagaratti mudataniin lammiileerra miidhaa qaqqabeef gadda isaanitti…
Jilli Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Godina Shabaleetti misooma Ruuzii gaggeeffame daawwate
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa fi qondaaltoonni sadarkaa federaalaa Naannoo Somaalee Godina Shabalee naannawaa Godeetti misooma ruuzii…
Manni Murtii Shakkamtoota Ja’an irratti guyyoota qorannoo 14 eeyyame
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi Beellama Yeroo, shakkamtoota ja’an nageenya daandii qilleensaa balaarraa buusuuf socho’aniiru…
Ergamni Mana Marichaa akka milkaa’uuf xiyyeffannoon ni hojjetama-Afyaa’ii Agaanyaw Tashaagar
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- walqixxummaa fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf ijaarsa dandeettii raawwachiisummaa cimsuun ergamni Mana Maree Federeeshinii akka milkaa’uuf…
Aanaa Doddotaatti tajaajila lammummaan deeggarsi Birrii miiliyoona 1.5 taasifame
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Doddotaatti hojii tajaajila lammummaan deeggarsi Birrii miiliyoona 1.2’tti tilmaamamu taasifame.
Deeggarsi taasifames, re'ee,…
Tarbaayinoonni hojii eegaluun walitti hidhamiinsa naannawichaaf tattaaffii Itiyoophiyaa kan…
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)-Tarbaayinoonni Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa dabalataan hojii eegaluun tattaaffii Itiyoophiyaan naannawicha elektirikiin walitti hidhuu taasistuuf…
Sirni Awwalcha Artiisti Kuraabbachoo Dannaqee raawwate
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Sirni Awwalcha Artiist Kuraabbachoo Dannaqee raawwateera.
Artist Kuraabbaachoon Diraamaawwan Teeleeviizhinii dabalatee fiilmiiwwanii fi ogummaa aartii…