Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa garaagaraa biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa garaagaraa duula biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu…
Dhalli namaa hambaa umamaa leecalloo badhaadheen kan eebbifameedha-Pireezidaant Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Galaanitti biqiltuu dhaabaniiru.…
Hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni 234 dhaabame-TKM
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Sadarkaa biyyaalessaatti duula biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 234 dhaabamuu Tajaajilli…
Naannoo Tigraayitti Duulli Biqiltuu dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraayitti Sagantaan duula Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.
Saganticharratti Pireezidaantii bulchiinsa Yeroo Naannoo…
Godina Jimmaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti duulli Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Godina Jimmaatti guyyaa tokkoon biqiltuu…
Godina Iluu Abbaa Booritti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Akka…
Magaalaa Dirre Dhawaa duulli sagantaan dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Duulli dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 gaggeeffamaa jira.
Bulchiinsa…
Godina Harargee Lixaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Godina…
Godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallaggaa Lixaatti duulli biqiltuu dhaabuu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Aanaalee Godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallaggaa Lixaatti duulli Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffameera.
Duulicharratti kutaaleen hawaasaa fi…
Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa naannawaalee garaagaraatti duula biqiltuu dhaabuurratti hirmaatan
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa naannawaalee garaagaraatti duula biqiltuu dhaabuurratti hirmaataniiru.
Haaluma kanaan Ajaja Bahaatti miseensonni…