Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shakkamtoonni yakka hannaa cimaan himataman addabbii cimaa hanga waggaa 70 adabaman
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni magaalaa Finfinnee iddoo garaagaraatti yakka hannaa irra deddeebiin raawwachuun himataman adabbii cimaa hanga 70 waggaa adabamaniiru.…
Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa Qondaaltoota Poolisii marsaa 24ffaaf leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa Kaadhimamtoota Qondaaltoota Poolisii marsaa 24ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Komishinarri Komishinii…
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 4ffaa waggaa 2ffaa gaggeessaa jira.
Miseensonni Hojii raawwachiiftuu Mana Maree…
Jiraattonni Naannoo Gambeellaa hoggansa haaraa naannicha bulchuuf filataman tumsuuf hiriira…
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) - Jiraattonni Naannoo Gambeellaa Pireezidaantii dubartii jalqabaa sadarkaa naannootti filataman Aadde Alamituu Umood dabalatee hoggansa jijjiiramaa…
Uummanni Naannoo Keenyaa Injifannoo aarsaa qaaliin argate dafqa isaatiin itichaa jiraachuu…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Uummanni Naannicha Injifannoo aarsaa qaaliin argate dafqa isaatiin itichaa jiraachuu…
Cichoomina keenyaan waan addunyaa biroorratti ta’ee hin beekne guyyaa tokkotti raawwanneerra –…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Duula Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuun miiliyoonni 615.7 dhaabachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Har’a guyyaa tokkotti…
Duulaa Dhaabbii biqiltuu guyyaa har’aan hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 594.6 dhaabbate –…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Duulaa Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 594 fi kumni 600 dhaabbachuu…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyachoon Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti warshaa Daabboo…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Warshaa Daabboo Waajjira Giiftii…
Rakkoo har’aa utuu hintaane firii borii yaaduun barri ittaanu gaarii akka ta’uu waloon hojjechuu…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Rakkoo har’aa utuu hintaane firii borii yaaduun barri ittaanu gaarii akka ta’u waloon hojjechuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Hoggantoonni Ministeera Turizimii fi Dhaabbiilee Waamamtoota Magaalaa Shaggarritti Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC )- Hoggantoonni fi Hojjettoonni Ministeera Turizimii fi Dhaabbiilee Waamamtoota sagantaa Duula Ashaaraa Magariisaan Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Kuraa…