Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaatti duulli sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Godina Booranaatti dullii sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.
Godinichatti hawaasni ganamaan duula hojii…
Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Duulaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jirurratti hirmachuun Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaabaniiru.…
Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Aanaa Dandiitti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Haroo Dandiitti Biqiltuu Asharaa magariisaa dhaabaniiru.…
Naannoo Somaaleetti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Naannoo Somaaleetti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa sadarkaa biyyaatti guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.…
Naannichatti Duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaatti duulli sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.
Saganticharratti Pireezidaantii Naannichaa Obbo…
Godina Harargee Bahaatti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaalee Garaagaraatti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu…
Magaalaa Jimmatti duullii dhaabbii biqiltuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmatti duulli dhaabbii biqiltuu gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.
Duulicharratti Itti aanaan kantiibaa magaalichaa Injiinar Asraat…
Godina Arsii Aanaa Sireetti duulli dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Arsii aanaa sireetti dhaabbiin biqiltuu duula guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.
Hooggansii fi kutaaleen hawaasa garaagaraa dhaabbii biqiltuu…
Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Jilli Obbo Saadat Nashaan durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Wandootti biqiltuu dhaabeera.
Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa…
Magaalaa Maayaatti duulli dhaabbii biqiltuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)-Duullii dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Addallee keessatti gaggeeffamaa jira.
Kantiibaan Bulchiinsa…