Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uwwisa bosonaa dabaluun egeree itti fufsiisuudha-Aadde Adaanech Abeebe
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Uwwisa bosonaa dabaluun egeree itti fufsiisuudha jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech Duula guyyaa…
Magaalaa Finfinneetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) - Kutaalee magaalaa fi aanaalee Bulchiinsa magaalaa Finfinnee hunda keessatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.
Itiyoophiyaa…
Naannoo Amaaraatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo eegalame
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) - Godinaalee,Magaalotaa fi aanaalee naannoo Amaaraa garaagaraatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo eegalameera.
Kutaaleen hawaasaa duula kanarratti…
Shaggaritti Duulli Biqiltuu Dhaabuu Gaggeeffamaa Jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaalee Magaalaatti hundatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa guyyaa har'aa akka biyyaatti duula biqiltuu miiliyoona 600…
Guutuu biyyattiitti kutaaleen hawaasaa garagaraa biqiltuu dhaabuuf duulaa jiru-TKM
Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Guutuu biyyattiitti kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannawaa biqiltuu dhaabamutti Ashaaraa isaanii kaa’uuf duulaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Ashandiyyee, Shaaday, Ashandaa fi Soolal kenna Ajaa’iba baatii Hagayyatti -Obbo Tamasgeen Xirunaan
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Ashandiyyee, Shaaday, Ashandaa fi Soolal kenna Ajaa’iba baatii Hagayya kaabaa Itiyoophiyaa miidhaksan ta’uu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen…
Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheey Haayiin durfamu waliin mari’ataniiru.…
Huurrii mudateen Xiyyaaronni buufata filmaataa biroo akka qubatan taasifamuu daandichi beeksise
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Haala qilleensa ‘Huurrii cimaa’ mudateen xiyyaaronni gara Buufataa Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti imalaa turan buufata filmaataa biraa akka qubatan…
Adeemsa Guddina biyyaaf hojiiraa Oolmaan Cee’umsa Dijitaalaa murteessaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC )- Adeemsa guddina biyyaaf hojiiraa oolmaan Cee’umsa Dijitaalaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan.
Manni Maree…
Jiraattonni Finfinnee duula biqiltuu dhaabuu boriirratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Finfinnee duula Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu boru gaggeeffamurratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate.
Kantiibaan…