Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsa kenniinsa qormaataarratti hojiin qaamoolee nageenyaa waliin hojjetame jajjabeessaadha –…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) –Adeemsa kenninsa Qormaataarratti hojiin Qaamoolee nageenyaa fi qooda fudhattoota waliin waggoottan sadan darban hojjetame jajjabeessaa ta’uu Ministirri…
Ajajni Kaaba Lixaa ergama walxaxaaf kan hin jilbiiffanne ajaja cimaadha – Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Ajajni Kaaba Lixaa dirqamaa fi ergama itti kenname gootummaan kan raawwaatu ajaja cimaa ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Dooktar Abiy simannaa Mootummaan…
Qorannoon raawwii imaammata Afaanotaarratti gaggeeffame ifoome
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Qorannoon raawwii imaammata Afaanota biyyaa keessaa akka Afaan lammaffaatti barsiisuurratti gaggeeffame ifoomeera.
Heddumina Afaanii sirna barnootaa…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa fi Paartiilee Morkatoota magaalichaa waloon Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Hoggaantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhina Magaalaa Finfinnee fi Paartilee Morkatoota waloon kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Biqiltuu dhaabaniiru.…
Naannooleen duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoof qophii xumuruu beeksisan
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Naannooleen garaagaraa duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo sadarkaa biyyaatti Hagayya 17, 2016 gaggeeffamuuf qophii xumuruu beeksisaniiru.
Naannoon…
Giddugalli Agarsiisa Daldala Alaa Itiyoophiyaa Eebbifamufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Giddugalli Agarsiisa Daldala Alaa Itiyoophiyaa Mootummaa fi Dameelee dhuunfaan ijaarame dilbataa dhufu kan eebbifamu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Sirna Gadaa barsiisuu fi tokkummaa Oromoo jabeessuu keessatti ga’een Abbootii Gadaa guddaadha…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Yaa'ii 3ffaan Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Sirna Gadaa dhaloota barsiisuu, tokkummaa Oromoo jabeessuu,…
Guyyoota Itti aanaan Roobni cimaan balaa lolaa fi sigiga lafaa qaqqabsiisu ni rooba –…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Guyyoota 11 itti aanaan keessa Roobni cimaan balaa lolaa fi sigiga lafaa hordofsiisu kan roobu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Kalaandarii Barnootaa Bara Barnootaa 2017 ifoomse
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa Kalaandarii Barnootaa Bara 2017 haala qabatamaa naannoorratti hundaa'uun ifoomsuu beeksise.
Kalaandara barnootaa Ministeerri…