Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli Agarsiisa Daldala Alaa Itiyoophiyaa Eebbifamufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Giddugalli Agarsiisa Daldala Alaa Itiyoophiyaa Mootummaa fi Dameelee dhuunfaan ijaarame dilbataa dhufu kan eebbifamu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Sirna Gadaa barsiisuu fi tokkummaa Oromoo jabeessuu keessatti ga’een Abbootii Gadaa guddaadha…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Yaa'ii 3ffaan Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Sirna Gadaa dhaloota barsiisuu, tokkummaa Oromoo jabeessuu,…
Guyyoota Itti aanaan Roobni cimaan balaa lolaa fi sigiga lafaa qaqqabsiisu ni rooba –…
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Guyyoota 11 itti aanaan keessa Roobni cimaan balaa lolaa fi sigiga lafaa hordofsiisu kan roobu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Kalaandarii Barnootaa Bara Barnootaa 2017 ifoomse
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa Kalaandarii Barnootaa Bara 2017 haala qabatamaa naannoorratti hundaa'uun ifoomsuu beeksise.
Kalaandara barnootaa Ministeerri…
Lammiileen Itiyoophiyaa 402 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 402 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessaa 315 dhiirota, 75…
Sanyii Bunaa hektaararraa kuntaalaa 25 argamsiisuu baay’isuun babal’isuuf ni hojjetama-Giddugalicha
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Sanyii Bunaa hektaara tokkorraa kuntaala 25 argamsiisuu fi waggoota sadiitti qaqqabu baay’isuun qonnaan bultootaaf dhiyeesuuf kan hojjetu ta’uu Giddugalli…
Fooyyessiin Diinagdee Gooroo fuuncaa sonaa fi carraalee gabaa guddisuuf gumaacha olaanaa…
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Fooyyessiin Diinagdee Gooroo fuuncaa sonaa fi carraalee gabaa guddisuuf gumaacha olaanaa akka qabaatu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Fooyyeessi bulchiinsa Sharafa alaarratti taasiifame guddina dhaabbilee Faayinaansiif karra kan bane,…
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) – Fooyyeessi bulchiinsa Sharafa alaarratti Baankiin Biyyaalessaa taasise guddina dhaabbilee Faayinaansiif karra kan bane, tarkaanfii murteessaa ta’uu…
Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Nageenya biyyaa mirkaneessuu cinaatti hirmaannaan misoomaa…
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Nageenya biyyaa mirkaneessuu cinaatti hirmaannaan misoomaarratti taasiisaa jiru jajjabeessaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI…
Raayyaan Ittisaa burqaa nagaa qofa utuu hin ta’iin burqaa misoomaa fi kalaqaa ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa burqaa nagaa qofa utuu hinta'iin burqaa misoomaa fi kalaqaa ta'uu akka qabu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…