Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pir. Shimallis Abdiisaa fi Tamasgeen Xirunaan Bishooftuutti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti Aanaan Ministirra Muummee ObboTamasgeen Xirunaan magaalaa Bishooftuu Gaara Tulluu…
IMF Itiyoophiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Boordiin Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Itiyoophiyaaf (IMF) dhiyeessii liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasiseera.
Dhaabbatichi akka beeksisetti…
Manni Marichaa Roobiitti Walga’ii Ariifachiisaa Waame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Roobii Adoolessa 26, 2016’tti walga’ii ariifachiisaa waameera.
Bu’uura Heeraa Mootummaa keeyyata 58 (4) fi Dambii…
Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa gaggeessuuf qophiitti jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophii taasisaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Sagantaan Xumuraa Gadda Biyyaalessaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa Ganda Keenchaa Shaachaa Goozdiitti balaa sigiga lafaan lammiilee lubbuun isaanii darbeef…
Barattoota dhaabbilee barnootaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa fudhatan keessaa % 13 qofti darbuu…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa bara 2016 fudhatan keessaa % 87 qormaaticha kufuu isaanii Ministeerri Barnootaa…
Biiffaa keemikaalaaf xiyyaaronni bitaman tajaajilaa dabalataaf akka oolan waliigalame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Miinisteera Qonnaan xiyyaaronni biiffaa keemikaalaaf bitaman 5 tajaajila dabalataa akka kennaniif Koorporeeshinii Hojiilee Qonnaa fi ‘National Airways’…
Itiyoophiyaa cimtuu ijaaruu keessatti gaheen Barsiisootaa olaanaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa leenjii addaa ijaarsa dandeettii barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa gaggeeffameera.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Ministeerichi Lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef kan ooluu deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6.8…
Naannoo Sidaamaatti balaa Sigiga lafaa fi guutinsa bishaanii mudateen lakkoofsi namoota du’anii 11…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti balaa Sigiga lafaa fi guutinsa bishaanii tasa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 11 gahuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…