Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Waqtii Gannaan walqabatee Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan yaadachiiseera.
Mootummaan…
Luusiin Itiyoophiyaan bakka argama dhala namaa ta’uu kan mirkaneessiteedhan – Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Guyyaan hambaan Luusii itti argame waggaa 50ffaan kabajamaa jira.
Argamni Luusii gaaffilee hedduu kan deebisee fi gaaffileen hedduun ammoo akka ka’an…
Bulchiinsi magaalichaa marsaa 2ffaaf lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaaf lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiiseera.…
Obbo Dastaa Leeddaamoon balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu namaa darbeef gaddi itti dhagahamuu ibsan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon naannichatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu namaa darbeef gaddi itti dhagahamuu ibsaniiru.…
Ameerikaan hojiirra oolmaa fooyya’iinsa Diinagdee Itiyoophiyaaf kan tumsitu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Ameerikaan hojiirra oolmaa fooyya’iinsa Imaammata Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaaf tumsa barbaachisu kan taasiiftu ta’uu beeksifte.
Sharafni alaa…
Tilmaama sharafa alaa yookaan kaffaltii tajaajilaarratti burjaajii uumuun dhorkaadha-BBI
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa fooyyessa bulchiinsa sharafa alaa milkeessuuf odeeffannoowwan garaagaraa walitti fufiinsaan kan kennuu ta’u…
Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii bara…
Qaala’iinsa gatiin dhiibbaa uumamuu malu tasgabbeessuf hojjettoota mootummaaf miindaa dabaluuf…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Fooyyessi sirna bulchiinsa sharafa alaa taasifame milkeessuuf qophiin duraa bal’aan taasifamuu Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise.
Qophii…
Naannoo Sidaamaatti Balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Sidaamaa Godina Giddugala Sidaamaatti rooba cimaa roobe hordofee sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame.
Godinicha Aanaa…
Baankiin Biyyaalessaa Fooyyessii bulchiinsa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Fooyyessii bulchiinsaa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasisuu beeksise.
Fooyyessiin taasifames…