Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Biyyaalessaa Fooyyessii bulchiinsa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Fooyyessii bulchiinsaa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasisuu beeksise.
Fooyyessiin taasifames…
ODUU AMMA NU QAQQABEEN
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan imaammata fooyyessa diinagdee Gooroo hunda galeessa ta’e hojiirra oolchuutti seentee.
Imaammata Sagantaa Fooyyessa Diinagdee Gooroo…
Tajaajilichi lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessa Godina Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise.…
Jilli Gamtaa Emereetota Arabaa lammiilee bala sigiga lafaan miidhaman jajjabeesse
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Jilli Gamtaa Emereetota Arabaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa namoomaa toonii 85 taasisuun…
Hidha Haaromsaaf galiin Birrii Biiliyoona 1.7 walitti qabame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Bara baajataa xumurame Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsi Birrii biiliyoona 1.7 olii walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Aanaa Sahaalaa Sayyamitti balaa dhidhimuu bidiruun lubbuun namoota 12 darbe
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Waag Himraa Aanaa Sahaalaa Sayyamtitti balaa dhidhimuu bidiru mudateen lubbuun namoota 12 darbuun eerame.
Biduruu namoota…
Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Godina geede’oo Aanaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbe.
Balichis konkolaataa fe’umsaa gara Mooyaalee imalaa ture…
Naannoon Beenishaangul Gumuz bara baajataa 2017’f baajata Birrii biiliyoona 8.9 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajata bara 2017’f Birrii biiliyoona 8.9 ol raggaasise.
Baajata kana keessaa Birrii biiliyoona 3 fi…
Lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf waliigalteen dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Hojii fi Ogummaa lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf Tajaajila Istaatistiksii Itiyoophiyaa waliin waliigalteen mallatteesse.…
Naannoon Somaalee lammiilee balaa ibiddaa Dirree Dhawaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Naannoon Somaalee lammiilee balaa ibiddaa Dirree Dhawaa Giddugala Gabaa Ashawaatti dhiyeenya mudateen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise.…