Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin sosochii oomishtummaa fi qulqullina Bunaarratti xiyyeeffatu Magaalaa Naqamteetti taa’amaa…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Waltajjiin sosochii oomishtummaa fi qulqullina Bunaarratti xiyyeeffatu bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan argamanitti…
Itiyoophiyaafi Azarbaajaan adeemsa ijaarsa sirna haqaarratti qindoominaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaafi Azarbaajaan adeemsa ijaarsa sirna haqaafi dhimmoota seeraarratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Jilli Ministir Deetaa Ministeera…
Fooramiin Qorannoo idil Addunyaa ‘UNESCO’ boruu eegalee Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Fooramiin Qorannoo idil Addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii ‘UNESCO’ boruu eegalee Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu…
Ambaasaaddar Taayyeen Barreessaa olaanaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin…
Waltajjiin sosochii oomishtummaa fi qulqullina Bunaarratti xiyyeeffatu Magaalaa Naqamteetti ni…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Waltajjiin sosochii oomishtummaa fi qulqullina Bunaarratti xiyyeeffatu qooda fudhattoota hirmaachise har’a Magaalaa Naqamteetti ni gaggeeffama.
Jilli…
Aadde Adaanech manneen kaafamtootaaf ijaaraman daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota misooma koriidarii fi deebisanii misoomsuuf kaafamaniif manneen ijaaraman…
Dooktar Abiy Warshaa Simmintoo Lammii guyyaatti kuntaala kuma 150 oomishu eebbisan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Simmintoo Lammii guyyaatti kuntaala kuma 150 oomishu eebbisiisan.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Irreecha UNESCO’tti galmeessuuf ni hojjetama-BATO
Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)-Irreechi ibsitu Sirna Gadaa keessa tokko waan ta'eef fuulduratti Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti galmeessuuf…
Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee,Fulbaana 18,2017(FBC)_Guyyaan Tuurizimii Idil Addunyaa mata duree “Tuurizimiin Nageenyaaf “jedhuunPaarkii Inxooxxootti kabajamaa jiraachuun ibsame.
Saganticharratti Ministirri…
Waliigalteen hammattoo tumsa Laga Naayil mul’ata biyyoota yaa’ichaa kan dhugoomsuudha- Amb.…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)-Waliigalteen hammattoo tumsa Laga Naayil mul'ata guddinaa fi waloon badhaadhu Biyyoota yaa’ichaa kan dhugoomsuudha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…