Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech sadarkaa hojiilee misooma kooriidarii fi deebisanii misoomsuu hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma kooriidariin terminaalota Taaksii fi Awutoobisoota, Paarkiiwwan…
Egzibiishiniin Torbee Irreechaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) –Egzibiishiniin Torbee Irreechaa kan bara 2017 Giddugala Egzibishinii Magaalaa Finfinneetti banameera.
saganticharratti Hoggantuu Biiroo…
Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 mallatteessite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan raawwii pirojektii sirna bulchiisaa ammaayyaaf kan oolu waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 Baankii Addunya waliin mallatteessite.…
Pireezidaanti Shimallis Waajjira Ganda Baadiyyaa Ukkee daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Jilli Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti Waajjira Ganda Baadiyyaa Ukkee…
Gumiin Balal marsaa 38ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Waltajjiin Gumii Balal marsaa 38ffaan mata duree “Irreechi Ibsituu Abdii fi Hawwii Gaariiti” jedhuun gaggeeffamaa jjra.
Waltajjicharratti Hogganaa…
Qonni magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee dinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa-Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Qonni Magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee diinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa jedhan Minisitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Fayyadamummaa Qonnaan Bulaa mirkaneessuuf Oomishtummaafi Qulqullina Bunaa dabaluun barbaachisaadha…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Fayyadamummaa Qonnaan Bulaa mirkaneessuuf Oomishtummaafi Qulqullina Bunaa dabaluun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Aadde Adaanech Manneen jireenyaa ijaaramaan kutaalee hawaasaaf dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Manneen jireenyaa ijaaraman 75 jiraattootaaf dabarsaniiru.
Kutaa magaalaa Addis Katamaa Naannawaa…
Mootummaan Itiyoophiyaa haleellaa Magaalaa Moqaadishootti raawwatame balaaleffate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa haleellaa shororkeessummaa Somaaliyaa Magaalaa Moqaadishootti raawwatame kan balaaleffatu ta’uu beeksise.
Ministeera Dhimma…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu argisiisa oomisha Bunaa Magaalaa Naqamteetti…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu argisiisa Oomisha Bunaa Magaalaa Naqamteetti qophaa’e daawwateera.…