Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mareen biyyaalessaa nageenya waaressuuf boqonnaa murteessaadha – Komishinii Maree Biyyaalessaa
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Mareen biyyaalessaa nageenya waaressuuf boqonnaa murteessaa ta’uu isaan hawaasni hirmaannaa hoo’aa akka taasiisu komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha…
Manni Maree naannichaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi raawwii hojii…
Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017…
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Paartii Badhaadhinaa biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Obbo Adam Faarahii dabalatee hoggantoonnii fi hojjettoonni Waajjira Paartii Badhaadhinaa biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Sadarkaa Itti…
Pireezidaanti Saahilawarqi Godina Goofaatti sigiga lafaan lubbuu lammiilee darbeen gadda itti…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan lubbuu lammiilee darbeen gadda itti dhaga’ame…
Mootummoonni naannolee balaa sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhagame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Mootummoonni naannolee garaagaraa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.
Haaluma…
Godina Goofaatti lammiilee balaa sigaga lafaan miidhamaniif deebiin hatattamaa kennamaa…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)-Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti lammiilee balaa sigaga lafaa mudateen miidhamanii fi buqqa’aniif deebiin hatattamaa kennamaa jiraachuu…
Yeroo yaraa kanatti Mootummaa Kibba Itiyoophiyaa waliin ni dhaabbanna-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Yeroo yaraa kanatti gama hundaan Mootummaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa waliin kan dhaabbatan ta’u Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Obbo Tamasgeen Xurunaan balaa sigiga lafaan lammiileen miidhaamuun gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Balaa Sigiga Lafaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Geezee Goofaatti mudateen miidhaan…
Hojiin lammiilee balaa sigiga lafaan miidhaman dandamachisuu mootummaa naannicha waliin cimee itti…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Hojiin lammiilee balaa sigiga lafaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti mudateen miidhaman deebisanii dandamachisuu mootummaa naannicha waliin…