Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroojektii Wancii – Dandii
Xiyyeeffannoon mootummaan damee Turizimiif kennuun hojjetamaa jiru keessaa Piroojektiin Wancii - Dandii isa tokko.
Piroojektiin Wancii - Dandii Kiiloo meetira 135…
Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayiin Masqalaa qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayii Masqalaa qulqulleesse.
Dureewwan amantaalee garaagaraa fi hordoftoonni…
Ambaasaaddar Taayyeen Ministeera Alaa Ameerikaatti Gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministeera Alaa Ameerikaatti Gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Fii…
Dooktar Ergoggeen Garee jilaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayeen miseensota garee Jilaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Hoggansi yeroo kamuu caalaa miira tajaajiltummaan bu’aa qabeessummaaf hojjechuu qaba-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Utubaalee ce’umsaa Biyyaa hirmaannaa fi qindoomina olaanaan milkeessuun Itiyoophiyaa badhaatee uumuuf hoggansi yeroo kamuu caalaa miira taajaajiltummaan…
Haleellaawwan Israa’eeliif gareen hidhattootaa deebii kennaa jiraachuun gabaafame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Israa’eel bakkeewwan qiyyaafannaa Hiizoolaa irratti haleellaa bal’aa yoo geessistu gareen hidhattootaas bulchiinsa Israa’eel keessatti haleellaa rookeetii…
“Masalaan” Kabajame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa ummata Kambaataa “Masalaan” sirnoota garaagaraatiin kabajameera.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti hawaasni godinichaa agarsiisaa…
Irreechaa duudhaafi safuu isaa eegnee kabajuu qabna-A/G Goobana Hoolaa
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)-Ayyaana Irreechaa duudhaa fi safuu isaa eegnee kabajuu qabna jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaan.
Irrechaa bara 2017 ilaalchisuun mariin…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Yaa’iin waliigalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamaa jiruun cinaatti Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen…
Itiyoophiyaa damee Turizimiin Addunyaarratti beeksiisuuf hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa damee Turizimiin Addunyaarratti beeksiisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Turizimii ibseera.
Qabeenya Turizimii Itiyoophiyaan qabdu…