Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bakka buutoonni paartilee siyaasaa biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Bakka buutoonni paartilee siyaasaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waliin erga mari’atanii booda biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabaniiru.…
Godina Goofaatti balaa sigigachuu lafaan lubbuun namoota 20 olii darbe
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)-Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Kennichoo Shaachaatti balaa sigigaachuu lafaa mudateen lubbuun namoota 20 olii darbuun ibsame.
Bulchaan…
Dooktar Abiy Bakka buutoota paartilee siyaasaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka buutoota paartilee siyaasaa waliin dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’ataniiru.
Baatii Eblaa…
Hoggantoonni Yuunivarsiitii Waachaamoo to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Pireezidaantii fi Pireezidaantii Itti Aanaa dabalatee hoggantoonni Yuunivarsiitii Waachaamoo to’annoo jala oolaaniiru.
Pireezidaantii Yuunivarsiitii…
Yaa’iin qophii duraa Faayinaansii Misoomaaf 4ffaa DhMG Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)-Yaa’iin qophii duraa Faayinaansii Misoomaaf 4ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichaan raawwii…
Manni maree naannichaa Yaa’ii Idilee 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasa raawwii hojii bara 2016 fi…
Yaa’iin biyyaalessaa Hararii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)- Yaa’iin biyyaalessaa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa har’a gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan aadaa fi hambaa akkasumas damee…
Du’aan boqochuu Siimoonpiiyetiroo Saaliinii ilaalchisee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Du'aan boqochuu Siimoonpiiyetiroo Saaliinii ilaalchisee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru.
Maatii isaanii fi…
Uummatni rakkinaafi gadadoo adda addaa keessummeessaa turus qabsaa’ee as gahe – Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan gaaffileefi yaada Miseensota Caffeerraa ka'aniif deebiifi ibsa kennaniiru.
Humni…
Miseensonni Mana marichaa Aadde Adaanech Abeebeef beekamtii kennan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Dubartoonni Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeef badhaasaa fi beekamtii kennaniiru.…