Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullinni barnootaa mirkaneessuuf ciminaan hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Feestivaalli Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa fi Manneen Barnootaa Addaa Sadarkaa 2ffaa marsaa 2ffaan Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira.…
Lammilee miiliyoona 3.7’f carraan hojii uumame -Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Bara baajataa darbe keessa naannoo Oromiyaatti Lammilee miiliyoona 3.7'f carraan hojii uumamuu Pireezidaantii naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan himan.…
Bara baajatichaa hojii malaammaltummaa ittisuu hojjetameen Birrii biiliyoona 5.6 dhorkuun ol…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Bara baajataa xumurame keessa hojii malaammaltummaa ittisuu hojjetameen Birrii biiliyoona 5.6 ol dhorkuun danda'amuu Pireezidaantiin…
Hawaasni rakkoolee nageenyaan buqqa’an kumni 226 ol gara qa’ee isaanitti deebi’an…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Hawaasni sababa rakkoo nageenyaan qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'an kumni 226 ol gara qa'ee isaanitti deebi'uu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Aggaammii keessaafi alaa qolachuun danda’ame – Pir.Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Aggaammii keessaafi alaa qolachuun danda'amuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti Shimallis…
Miidhamtoota deebisanii dandamachiisuuf deeggarsa ni taasisna-Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa ‘Giddugala gabaa Ashawaa’tti mudateen…
Tajaajillichi bobbii odeeffannoo fi oppireeshinii biyya bu’uuressan gaggeessuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Tajaajilli Tikaa fi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa bobbii odeeffannoo fi oppireeshinii biyya tasgabbeessanii fi bu’uuressan gaggeessuu ibse.…
Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa Pirojektii Caakkaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaan biyya alaarraa gara Itiyoophiyaa dhufan Sagantaa Ashaara Magariisaarratti hirmaachuun Pirojektii Caakkaatti…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii 7ffaa borurraa eegalee gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa, borurraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeessa.
Afyaa’iin Caffee Oromiyaa…
Sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Waltajjiin sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggaeeffameera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa…