Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti kenni tajaajila lammummaa Gannaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Hoggantuun Liigii Dubartoota Oromiyaa Aadde Saamiyaa Abdallaan Tajaajila lammummaa Gannaa Magaalaa Shaashamanneetti eegalchiisan.
Magaalichatti…
Aadde Adaanech qaamolee raawwii hojii misooma Koriidarii Boolee hordofanii fi deeggaran…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee raawwii hojii misooma Koriidarii Saayitii Boolee hordofanii fi deeggaran galateeffataniiru.…
Faanaa Biroodkaasting Korporeet miseensa buufata Teeleeviizyiinii walitti hidhamiinsa Idil Addunyaa…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Faanaa Biroodkaasting Korporeet miseensa buufata Teeleeviizyiinii Neetwoorkii Miidiyaa Idil Adunyaa BRICS ta’ee hojjechuuf kan isa dandeessisu…
Chaayinaan damee diinagdee Itiyoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Chaayinaan damee diinagdee Itiyoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite.
Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo…
Shaashamanneetti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banaman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti Pirojektoonni garaagaraa 65 Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banamaniiru.
Bulchiinsa…
Magaalaa Walisootti Pirojektoonni Misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Walisootti Pirojektoonni garaa garaa Birrii miiliyoona 113 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.
Magaalichatti pirojektoonni…
Dooktar Abiy hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggaman
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggamaniiru.
Sosochii…
Shaggaritti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Pirojektoonni Misoomaa fayyadamummaa hawaasaa Mirkaneessaan eebbifamaa jiru.
Haaluma kanaan Magaalaa Shaggar…
2030tti uwwisa bishaan dhugaatii guutuummaatti waliin gahuuf hojjetamaa jira-Dooktar Injiinar…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bara 2030tti tajaajila uwwisa bishaan dhugaatii qulqulluu guutuummaatti waliin gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaalessaa kabachiisuuf miira jaalala biyyaan hojjechuu qabu –…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaalessaa kabachiisuuf miira jaalala biyyaan hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…