Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maamiltoonni haaraan kumni 426 ol fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Baajataa 2016 keessaa Maamiltoonni haaraan kumni 426 fi 290 fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii Idilee 7ffaa gaggeessuu jalqabe
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii Idilee 7ffaa bara hojii 3ffaa, marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasa raawwii hojii bara 2016…
Lammiileen 786 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan 786 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen balallii marsaa…
Hojiin dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaan galma qabame haala milkeessuun jalqabbii gaarirra jira…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Piroojektii ‘Caakkaa’ keessatti biqiltuu Appilii dhaabaniiru.
Hojiin dhaabbii…
Garee Shaneen barattoonni ugguramanii turan gadi lakkisiifamaniiru-BKO
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Tibba darbe Garee Shororkeessaa Shaneen barattoonni ugguramanii turan oppireeshinii mootummaan taasiseen gadi lakkisiifamuu Biiroon Kominikeeshinii…
Riqaalee sibiilaa fi haadarraa ijaaraman 12 tajaajilaaf qophaa’aa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti riqaalee rarra’aa 28 hojjetamuuf karoorfaman keessaa riqaalee 12 tajaajilaaf qopheessaa jiraachuu Biiroon Daandiiwwanii fi…
Oromiyaatti duulli guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 30 dhaabuu dubartootaan gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa Sadarkaa Oromiyatti duulli guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 30 dhaabuu godinaalee fi magaalota garagaraatti gaggeemeera.
Biiroon…
Bara omisha 2016 Bunni kuntaalli miiliyoona 11.8 sassaabameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)-Bara oomishaa 2016 bunni kuntaalli miiliyoona 11.8 sassaabamuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti…
Itiyoophiyaan gama hundaan yeroo of eeggannoon barbaachisurratti argamti-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhimmoota hundagaleessaan yeroo of eeggannoon barbaachisurratti argamti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
FBC’n badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa fi haamileedha-Obbo Admaasuu Daamxoo
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa ta’uu fi kan haamilchiisuudha jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa FBC…