Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Midiyaaleen dhugaarratti hundaa’uun kabajaa fi faayidaa biyyaaf gahee isaanii bahachuu qabu-Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Miidiyaaleen dhugaarratti hundaa’uun kabajaa fi faayidaa biyyaa eegsiisuu keessatti gahee isaanii bahachuu akka qaban Ministiirri Muummee Dooktar Abiy…
FBC’n badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa fi haamileedha-Obbo Admaasuu Daamxoo
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa ta’uu fi kan haamilchiisuudha jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa FBC…
Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 1.2 ol irra Ruuziin facaafameera-BQO
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 1.2 irra Ruuzii facaafamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Biiroo Qonnaa…
Miseensonni mana maree gaaffile gandootaa kuma 127’rraa dhiyaatan dhaabbileef dhiyeessan
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana maree bakka bu’oot aummataa nannaawaa filaman dhaquun gandootaa kuma 127 fi 277 irraa gaaffilee walitti qaban dhaabbilee…
Giddugalli Ce’umsa Baadiyyaa Itayyaa Birrii biiliyoona 2.2 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Giddugalli Ce'umsa Baadiyyaa Itayyaa Birrii biiliyoona 2.2 oliin ijaarame eebbifame.
Gareen Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara…
Diinagdeen Itiyoophiyaa oomisha daldala alaa Doolaara biiliyoona 20 maddisiisuu akka danda’u eerame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Diinagdeen Itiyoophiyaa oomisha daldala alaa Doolaara biiliyoona 20 maddisisuu akka danda’u eerameera.
Raawwiin karoora 2016 dhaabbilee waamamtootaa…
Magaalota garaagaraatti pirojektoonni misoomaa tajaajilaaf banaa ta’aa jiru
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Oromiyaa Magaalota garaagaraatti pirojektoonni misoomaa fayyadamumma hawaasaa mirkaneessan tajaajilaaf banaa taasisuun itti fufeera.
Magaalaa Mojootti…
Itiyoophiyaan Godaantota miiliyoona 1.1 olii fi da’oo fi deeggarsa taasisaa jiraachuun eerame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan godaantota biyyoota garaagaraarraa dhufan miiliyoona 1.1 oliif da’oo fi deeggarsa taasisaa jiraachuu Tajaajilli Godaantotaa fi Godaansaa…
Obbo Taaggasaa Caafoon du’aan boqochuu Seenaatara Duraanii Ameerikaa Jiim Inhoofiin gadda itti…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon Du’aan boqochuu Seenaatara Duraanii Ameerikaa Jiim Inhoofiin gadda itti dhaga’ame…
Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa har’a kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Qormaanni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kennamuu eegaaleera.
Har’a qormaata kennamuu eegaleen barattoonni Saayinsii Hawaasummaa Yuunivarsiitii…