Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gafarsa Gujeetti Pirojektoonni Birri biiliyoona 1.2’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Pirojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 1.2’n ijaaraman eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’an.…
Dooktar Abiy Ahimad Dawwannaa hojiif Sudan galan
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Poort Sudaan galaniiru.
Daawwannaan Dooktar Abiy taasisan tattaaffii nageenyaa fi…
Sagantaan Ganna Baalaa Shaayii dhaabuu Aanaa Gachiitti eegalame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Sagantaan Ganna Baala Shaayii dhaabuu Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Gachiitti eegalame.
Saganticharratti Sadarkaa Ittaanaa Pirezidaantiitti Qindeessaa…
Aanaa Iluutti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 125 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluutti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 125 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.,
Saganticharratti Itti…
Naannoo Tigraayitti qormaanni kutaa 12ffaa onlaayinii fi waraqaan kennamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa onlaayinii fi waraqaan kennamaa jiraachuun eerame.
Naannichatti sirna barnootaa…
Finfinneetti dhaabbileen daldalaa kuma 21 Saamsaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Finfinneetti dhaabbileen daldalaa sirna daldalaa hineegne kuma 21 akka Saamsamuu, oomishaaleen isaanii gabaarraa walitti qabamuu fi tarkaanfiileen biroon…
Kantiibonni magaalota garaagaraa Misooma Kooriidarii Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Kantiibonni magaalota Itiyoophiyaa garaagaraa Misooma Kooriidarii Finfinnee naannawaa garaagaraatti hojjetamaa jiran daawwataniiiru.
Hanga ammaatti…
Aadde Adaanech hojii bu’uuraalee misooma Ispoortii babal’isuuf hojjechaa jiraniin…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojii bu'uuraalee misooma Ispoortii babal'isuuf hojjechaa jiraniin beekamtii argataniiru.…
Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan simate
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Yuunivarsiitichatti ramadaman simateera.
Barattoota saayinsii…
Hirmaannaa Shamarran hojii Dippiloomaasii keessatti qaban jajjabeessuuf hojjetamu qaba –…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Hirmaannaa Shamarran hojii Dippiloomaasii keessatti qaban jajjabeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamu akka qabu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen…