Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baalee Bahaa fi Harargee Bahaatti Pirojektoonni 516 ijaarsi isaanii xumurame eebbifamaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Godinaalee Baalee Bahaa fi Harargee Bahaatti Pirojektoonni 516 Birrii biiliyoona 5 oliin ijaaraman eebbifamaa jiru.
Godinaalee kanneenitti…
Karoora qonnaa biyyattii milkeessuuf sochii bal’aan taasifamaa jira -MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Karoora qonnaa biyyattii milkeessuuf sochii bal’aan taasifamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Laaloo Qileetti pirojektiin Bishaan dhugaatii eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti pirojektii bishaan dhugaatii…
Bulchiinsa Magaalotaa fi naannolee ja’atti gaaffii deeggarsa namoomaa dandeettii ofiin uwwisuu…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalotaa lamaanii fi naannolee ja’atti gaaffii deeggarsa namoomaa dandeettii ofiin uwwisuu uumamuun akka danda’ame Koomishiniin Hoggansa…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Jimmaatti Boqqolloo kilaasteraan Misoome Daawwate
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Jimmaa Aanaa Qarsaa fi Oomoo Naaddaatti Boqqolloo Kilaasteran misoome…
Manneen Maree fayyadamummaa walqixaa lammiilee mirkaneessuuf dirqama akka qaban akeekame
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Manneen Maree Mirgaa fi fayyadamummaa lammiilee mirkanaa’uu, mirgoonni namoomaa fi diimookiraasii kabajamuu to’achuuf dirqama heeraa mootummaa akka qaban…
Magaalaa Adaamaatti Piroojektoonni garaagaraa 176 Birrii biiliyoona 6 oliin hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Piroojektoonni garaagaraa 176 Birrii biiliyoona 6 oliin hojjetaman bakka Itti Gaafatamaan Paartii badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti facaasaa Ruuzii eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Liiban Cuqqaalaatti facaasaa…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota kutaa 12ffaa simachaa jira
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa fudhatan simachaa jira.
Yuunivaarsiitiin Finfinnee Qormaata…
Dirree Dhawaatti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ifatti eegale
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaatti Sagantaan Ashaaraa magariisaa ifatti eegale
Saganticha Kantiibaan magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadir Juhaari fi…