Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti fufiinsa qabuu fi bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf" jedhuun kabajamaa oola.
Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti…
Mootummaan Chaayinaa Komishinar Jeneraa Dammallaash Gabramikaa’eel Meedaaliyaa Warqee badhaase
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa Ummataa Chaayinaa Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa'eel Meedaaliyaa Warqee badhaaseera.…
Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba’an…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba'an akka to'ataman taasifamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…
Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun dhaabbataatti guddataniini-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun gara dhaabbataatti guddataniin ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Fooramiin Magaalota Afrikaa xumurame
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Fooramiin Magaalota Afrikaa sanada labsii waadaa Magaalummaa Afrikaa baasuun xumurame.
Fooramiin magaalota Afrikaa guyyoota sadan darbaniif Magaalaa…
Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Wiixata dhufu ifooma jedhame
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 Qaammee 4,Wiixata dhufu kan ifoomu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Barattoota akka biyyaatti…
Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiisuu beeksise.
Sirreeffamtoota…
Baankichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Giddugala Kunuunsa Maaguddotaa fi Dhibamtoota Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise.
Deeggarsichaas…
Magaalaa Shaggaritti Guyyaan Ce’umsaa sagantaalee garaagaraan kabajame
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Guyyaan Ce’umsaa Qaammeen 1, mata duree "Hambaa Cehumsaa, Horata Ifa Haaraaf!" jedhuun Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti sagantaalee garaagaraan kabajameera.…