Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Odeeffannoon qormaanni kutaa 12ffaa onlaayiniin kennamu hafe jechuun miidiyaalee hawaasummaan…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyalessaa kutaa 12ffaa Waraqaa fi Onlaayiniin kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Odeeffannoon qormaanni biyyaalessaa…
Godina Booranaatti pirojektoota hidha bishaaniifi jallisii 11 Birrii biiliyoona 1.5 oliin…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Pirojeektonni Finnaa Seenaa Gammoojjii Oromiyaa Jijjiiraa jiran eebbaaf qopha'aan.
Piroojektoonni Finnaa egeree horsiisee bultootaa Godinaalee…
Lammiileen kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 148 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa kumni 1…
Filannoo haftee fi irra deebii naannolee 4tti gaggeeffame Paartiin Badhaadhinaa teessoo hedduu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Filannoo haftee fi irra deebii naannolee 4’tti gaggeeffameen Paartiin Badhaadhinaa teessoowwan Mana Maree Bakka Bu’ootaa fi Naannoo hedduu sagalee…
Ogeeyyiin miidiyaa haala walsimeen marii biyyaalessaaf gumaachuu akka qaban akeekame
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Ogeeyyiin miidiyaa haala walsimeen bu’aa qabeessummaa marii biyyaalessaaf gumaachuu akka qaban Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroefeesar…
Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo Barattoota kuma 1 fi 596 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)– Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo Barattoota Muummee Barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 596 eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti, Mana Maree…
Eebbifamaa Gulaantaa Olaanaa Qaro Dhabeessaa fi Qaama Miidhamaa
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Wagaayyoo Waraajoo Yuunivarsitii Finfinneetti Muummee barnootaa Afaan Amaaraa, Ogbarruu fi Fooklooriin digirii jalqabaan eebbifameera.
Wagaayyoon,…
Oromiyaatti tola ooltummaa Gannaan Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu kuma 5 ni ijaaramu-BBO
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojii tola ooltummaa Gannaa baranaan Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu kuma 5 kan ijaaraman ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Biirichi kenniinsa Haqaa ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa kenniinsi tajaajila haqaa ammayyaa'aa taasisuuf ciminaan hojjechaa jiraachuu beeksise.
Biirichi raawwii…
Paarkiin Indaastirii Bulbulaa Abbootii qabeenyaa 42 simachuun hojiitti galaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Paarkiin Indaastirii Qonnaa Qindaa'aa Bulbulaa abbootiin qabeenyaa 42 simachuun hojiitti galaa jiraachuu Korpooreshinii Misoomaa Paarkii Indaastirii…