Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota kutaa 12ffaa simachaa jira
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Yuunivasiitiin Jimmaa baratootta qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa yuunivarsiitichaatti ramadaman simatamaa jiru.
Yuunivarsiitichatti barattoota kuma…
Obbo Umood Ujuluun Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa Sadarkaa naannichatti eegalchiisan.
Obbo Umood naannicha…
Finfinnee Magaalaa ammayyooftee fi sadarkaa idil addunyaatti dorgomtuu taasisuuf hojii keenyaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Finfinnee Magaalaa ammayyooftuu sadarkaa Idil Addunyaatti dorgomtuu taasisuuf hojii keenyaa cimsinee itti fufna jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Dooktar Abiy Ijaarsi Daandii misooma Koriidarii Kiiloo Afur(Daalattii) – Qabbannaa –…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ijaarsi Daandii misooma Koriidarii Kiiloo Afur (Daalattii)- Qabbannaa - Embaasii Keeniyaa xumuramuu ibsan.…
Naannoo Harariitti Pirojektoonni ijaaramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin pirojektoota naannichatti ijaaramaa turan eebbisiisan.
Pirojektoonni eebbifaman kunneenis Mana…
Magaalaa Adaamaatti manneen murtii Aadaa 25 ijaarsi isaanii xumurame eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gaaddisni Manneen Murtii Aadaa Sadarkaa Jalqabaa 19 fi Oldabarfataa 6 ijaaraman eebbifamuun tajaajila eegalan.…
Yuunivarsiitiwwan Barattoota qormaataa Kutaa12ffaa Saayinsii Hawaasaa fudhatan simachuu eegalan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiwwan Barattoota Qormaata biyyaalessaa Kutaa12ffaa Bara 2016 Saayinsii Hawaasaa fudhatan simachuu eegalaniiru.
Qormaata biyyoolessaa…
Aadde Adaanech Barsiisota dhaabbata leenjii barsiisotaa Asallaa fi Dabra Birhaanitti leenji’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Barsiisota dhaabbata leenjii barsiisotaa Asallaa fi Dabra Birhaanitti Afaan Oromoo fi Amaaraan…
Aanaa Yaaballootti Piroojektiin Finnaa hidha bishaanii Birrii miiliyoona 200 oliin hojjetame…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Yaaballootti Piroojektiin Finnaa hidha bishaanii Birrii miiliyoona 200 oliin hojjetame eebbifame.
Rakkoo Horsiisee bulaa…
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota Teeknooloojii Laabraatoorii fi yaala beelladaan leenjisaa ture…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinneetti Koollejjiin Qonnaa fi Yaala beelladaa barattoota Teeknooloojii Laabraatoorii fi yaala beelladaan Kaampaasii Bishooftuutti…