Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Diyaaspooraa Darbaan sosochii “Itiyoophiya Qulqulluuf” deeggarsa maallaqaa taasisan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Miseensonni Diyaaspooraa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Darbaanii fi naannawaa ishee jiraatan sosochii “Itiyoophiyaa Qulqulluuf”deeggarsa Raandii Afrikaa…
Boordichi filannoo irraa deebiin naannoolee 4tti gaggeesse xumuruu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaaleessa Itiyoophiyaa filannoon irra deebii fi haftee naannoolee 4tti gaggeeffame nagaan xumuramuu beeksiseera.
Filannoon…
Humna nageenyaa naannichaa beekumsa saayinsaawaan akka gahooman ni hojjetama-Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC)- Humna nageenyaa Naannoo Amaaraa teeknoolojii ammayyaa’aan ijaaruu fi beekumsaa saayinsaawaan akka gahooman taasisuuf ni hojjetama jedhan Pireezidaantiin…
Godaantoonni Itiyoophiyaa 116 Taanzaanitti haala rakkisaa keessa turan 116 gara biyyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa 116 Taanzaanitti mana hidhaatti haala rakkisaa keessa turan 116 gara biyyaa deebi'aniiru.
Taanzaaniyaatti Embaasiin…
Sirni hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Sirni hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa Finfinnee Hoteela Iskaayi Laayitiitti gaggeeffamaa jira.
Faawundeeshiniin…
Booranatti Beelladoota miiliyoona 4 oliif talaalliin kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Godina Booranaatti Beelladoota miiliyoona 4 oliif talaalliin kennamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera.
Itti Gaafatamaan Waajjira…
Magaalichatti Tajaajilli Tiraafikaa Waqtii Gannaa tola ooltota kuma 6 fi 500 hirmaachise eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Tiraafikaa Waqtii Gannaa Tola Ooltota kuma 6 fi 500 hirmaachise eegalameera.
Hojiin kun Addabaabayiwwan 130 irratti…
Kaadaasterri, Qaama agarsiiftuu Sabboonumaa Oromoo fi Utubaa ijaarsa sirna bulchiinsa lafaati…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Kaadaasterri, Qaama agarsiiftuu Sabboonumaa Oromoo fi Utubaa ijaarsa sirna bulchiinsa lafaati jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Humni qilleensichaa hoggantoota waraanaa ga’umsa qaban horachuun hojiilee bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Jijjiirama as hoggansa Waraanaa ga'umsa qaban horachuun hojiilee bu'aa qabeessi hojjetamuu Ajejaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal…
Pirojektichi daandiileen magaalichaa sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman taasisa-Pir.…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pirojektiin ijaarsa daandii Mgaalaa Shaggar daandiileen magaalichaa, sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman kan taasisuudha jedhan…