Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti sagantaa tajaajila tola ooltummaa Ganna eegale
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan sagantaa tajaajila tola ooltummaa Ganna Magaalaa Baahir Daaritti eegalchiisaniiru.…
Birrii biiliyoona 1.2’n warshaa xaafiirraa nyaata garagaraa oomishu ijaaruuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)-Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti warshaa xaafiirraa nyaata garagaraa oomishu baasii Birrii biiliyoona 1.2’n ijaaruuf dhagaan bu’uuraa…
Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 181 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kuma 1 fi 181 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoonni hunduu dhiirota yoo…
Reebuun akka lubbuun darbu kan taasise hidhaa cimaa waggaa 18’n akka adabamu itti murtaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Maamila Hoteelaa jeeqxeetta sababa jedhuun nama dhuunfaa reebuun lubbuun akka darbuu taasisuun kan himatame hidhaa cimaa waggaa 18’n akka adabamu itti…
Ijaarsa bu’uuraalee misooma elektirikii Pirojektii Caakkaa hanga Hagayyaatti xumuruuf hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa elektirikii Pirojektii Caakkaa hanga Hagayya 2016'tti xumuruuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Aanaa Walisootti balaa tiraafikaan lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti balaa tiraafika mudateen lubbuun nama tokkoo darbe.
Namoota 7 irra miidhaa cimaa fi 10 irraa immoo miidhaa…
Oromiyaatti qormaanni naannoo kutaa 8ffaa xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qormaanni Naannoo kutaa 8ffaa guyyoota lamaaf kennamaa ture xumuramuu Biiroon Barnoota naannichaa beeksise.
Qormaatichi waxabajjii…
Bu’aalee diinagdee fi dameewwan biroon argaman mootummaan jecha gochaan raawwachaa jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Bu’aaleen diinagdee fi dameewwan biroon argaman mootummaan jecha gochaan raawwachaa jiraachuu kan mirkaneessan ta’uu Sadarkaa Ministira Muummee…
Qabeenya uumamaa misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf hojjetamaa jira-MMI Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xurunaan…
Sirni fi seeronni karoora fuulduree hojiirra oolmaa imaammata ce’umsa haqaa qophaa’aa jiraachuun…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Imaammata ce’umsa haqaa hojiirraa oolchuuf labsiidhaan dhaabbilee eeraman hundeessuuf, sirni fi seeronni bu’uuraa qophaa’aa jiraachuu Ministirri…