Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Naannoo Gaambeetti hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to'annoo seeraa jala ooluu ibsameera.
Rakkoo nageenyaa aanaa addaa Joornaa fi Itaangitti mudateen…
Bamlaak Biyaadigilinyii Dorgommii Moo’aa Moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaa injifate
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Bamlaak Biyaadigilinyii Dorgommii Moo'aa Moo'attootaa Faanaa Laamroot 4ffaa injifate.
Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan…
Godinichatti miseensonni Shanee 569 waamicha nagaa taasifameef fudhachuun mootummaatti harka…
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Godina Shawaa Bahaatti miseensonni Shanee 569 waamicha nagaa taasifameef fudhachuun mootummaatti harka kennatan.
Miseensonni Shanee kunneen dararaa uummata…
Faanaa Laamroot akkaataa Aartii fi Feestivaala Aadaa biyyaalessaaf bu’uura ta’uu…
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Faanaa Laamroot akkaataa Aartii fi Feestivaala Aadaa biyyaalessaaf bu'uura ta'uu danda'uun hojjetamaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa…
Aanaa Dodolaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 15 darbuu ibsame.
Konkolaataan daddeebisa ummataa konkolaataa fe'uumsaa…
Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan 3 ifoomse
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan haaraa 3 ifoomseera.
Tarsiimoo nageenyaa fi qulqullina nyaataa, bulchiinsa oomishaa duraa fi sirna nyaataa ifoomsuu…
Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisise
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi har’a barattoota 26 digrii 3ffaan ,…
Aadde Adaanach hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanach…
Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaan har’a haala hoo’aa ta’een xumurama
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan har’a bifa hoo’aa ta’een xumurama.
Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16…
Pireezidaanti Saahilawarqi Lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlaand jiraatan waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlandii jiraatan waliin mari’ataniiru.
Pireezidaant Saahilawarq Fooramii tumsa…