Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’e…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’uu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan…
Yuunivarsitiiwwan Fulbaana walakkaa jalqabee hojii baaruuf barsiisuu akka eegalaniif hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Waggaa dhufuu Yuunivarsitiiwwan hojiif baruufi barsiisuu Fulbaana walakkaa akka eegalaniif hojiileen garaagaraa hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeesuuf hojiileen hojjetaman cimanii itti fufu-Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti oomishtummaa qonnaan bultootaa guddisuun qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojiileen jajjabeessoon hojjetamaa jiran cimanii kan…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora tarsiimawaa waggoota shanii ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Boordiin filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa karooraa tarsiimawaa waggoota shanii ifoomseera.
Sirna beeksisa karoorichaarratti, Walitti Qabduun…
Kutaan waraanaa Eegumsa Humna Qilleensaa dhaabbaticharra darbee nageenya naannawaa mirkaneessaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Kutaan waraanaa Eegumsa Humna Qilleensaa dhaabbaticharra darbee nageenya naannawaa mirkaneessaa jiraachuu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetanaal…
Poolisiin Federaalaa Koollejjii waraanaa Naayijeeriyaa waliin muuxannoo waljijjiire
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Koollejjii waraanaa Poolisii Riippaablika Federaala Naayijeeriyaa waliin muuxannoo waljijjiireera
Sagantichi mata…
Nageenyummaan dameen Aviyeeshinii Itiyoophiyaa kan eegame ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)- Nageenyummaan Siviil Aviyeeshinii Itiyoophiyaa sodaa kamuu kan hinqabne ta’uu Dhaabbanni Siviil Aviyeeshinii Idil Addunyaa mirkaneesse.
Dhaabbatichi…
Fooramiin Invastimantii Itiyoophiyaa beeksiisu Dohaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Fooramiin haala mijataa Invastimantii Itiyoophiyaa beeksiisu Kaataar Dohaatti Interneetiin gaggeeffameera.
Itiyoophiyaan qabeenya…
Hoggantootni Olaanoon naannoofi miidiyaaleen biyya keessaa Kibba Oromiyaatti hojilee misoomaa…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon naannoofi miidiyaaleen biyya keessaa Godina Gujiitti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru.
Jilli kun qindeessummaa Biiroo Qonnaafi…
Itiyoophiyaatti hanga ammaatti tajaajilli mootummaa 620 gara dijitaalaatti jijjiirameera-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)- Ijaarsa diinagdee dijitaalaa saffisiisuuf hojiilee hojjetamaniin hanga ammaatti tajaajilli mootummaa 620 gara dijitaalaatti jijjiiramuu Ministirri…