Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Israa’eel lammiilee ishee afur Hamaasiin uggurmanii turan gadi dhiissiste
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Israa’eel lammiilee ishee afur Hamaasiin baatii Faranjootaa Onkoloolessa darbe uggurmanii turan gadi lakkisiiste.
Israa’eel giddugala Gaazaatti duula…
Xaa’oon kuntaalli miiliyoona 14.6 geejjibsiifamuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Bara oomishaa 2016/17’f xaa’oon biyyee kuntaala miiliyoona 19.9 alarraa bitame keessaa xaa’oon kuntaalli miiliyoona 14.6 geejjibsiifamuun buufata doonii…
Dorgommiin fiigichaa “Nageenyi hundaaf Hunduu nageenyaaf” jedhuun Waxabajjii 23 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigichaa mata duree “Nageenyi hundaaf Hunduu nageenyaaf” jedhuun sadarkaa biyyaalessaatti Waxabajjii 23, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu…
Qodaaltonni Federaalaa fi naannoo hojiilee misooma Magaalaa Shaggar daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Qondaaltoonni Federaalaa fi naannoo hojiiwwan misooma garaagaraa magaalaa Shaggaritti hojjatamaa jiran daawwataan.
Daawwannicharratti Ministirri…
Laaloo Qileetti hojiin dhaabbii misoomaa Buna eegale
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti hojiin dhaabbii misoomaa Buna eegaleera.
Dhaabbii biqilaa kanarratti Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo…
Aadde Ayinaalem Nigusee fi Obbo Umod Ujuluun Afaaritti hojiilee misooma daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaaleem Nigusee fi Pireezidaantiin Naannoo Gaambeella Obbo Umood Ujuluun hojiilee misooma Naannoo Afaar Aanaa…
Jilli Afyaa’otaa Aanaa Gobbaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaanii fi Afyaa'ota Naannolee fi Magaalota Lamaanii Godina Baalee Aanaa Gobbaatti hojiilee…
Jijjiirraan Baraa Saba Beenchi “Biisti Baar” kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Jijjiirraan Baraa Saba Beenchi “Biisti Baar” Magalaa Miizaan Amaanitti kabajamaa jira.
“Biisti Baar“ gara bara haaraatti ce’uu kan itti labsamu,…
Magaalaa Walaayittaa Sooddootti waltajjiin marii hawaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti waltajjiin marii hawaasa mata dure “Hirkaatummaarra gara oomishtummaa Birmadummaa fi kabajaa…
Galmeen waliigaltee seeraa qabeessaa kireessaa fi kireeffataa Magaalaa Finfinneetti har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Galmeen waliigaltee seeraa qabeessaa kireessaa fi kireeffataa Magaalaa Finfinneetti har’a kan eegalu ta’uu Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii…