Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidha Haaromsaa Xumuruuf hirmaannaa taasisuu qabna-Amb. Misgaanuu Argaa
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Mallattoo walta’iinsaa kan ta’e Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumuruuf hirmaannaa taasisuu qabna jechuun Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 966 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Balalii marsaa sadii har’a gaggeeffameen lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arbiyaatti haala rakkisaa keessa turan 966 gara biyyaatti deebi’aniiru.…
Shawaa Lixaatti Pirojektonni 700 ol Birrii biiliyoona 3 oliin ijaaraman xumuramuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Godina Shawaa Lixaatti pirojektoonni misoomaa 762 Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoona 396 oliin ijaaraman xumuramuun eebbaaf qophaa'uun ibsame.…
Arsii Lixaatti Moosee kuntaala miiliyoona 8 ol argachuuf hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti oomisha Moosee kuntaala miiliyoona 8 ol argachuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame.
Itti Gaafatamaa Ittaanaan Waajjira Qonnaa Godina…
Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Walaayittaa Sooddootti hojiilee Misooma daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannoo, Magaala Walaayittaa Sooddootti hojiilee Misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Daawwannicharratti…
Jilli Afyaa’otaa Magaalaa Roobeetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan dabalatee Afyaa'ota naannolee fi bulchiinsa magaalotaa Godina Baalee Magaalaa Roobeetti hojiilee…
Hojiileen misooma qonnaa Aanaa Qondaalaa daawwatame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Wallagga Lixaatti hojiilee misooma qonnaa Aanaa Qondaalaa daawwateera.…
Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9 kennamuuf ture Waxabajjii 11’tti jijjiirame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9, 2016 kennamuuf ture gara Walxabajjii 11, 2016’tti jijjiiramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Abbootiin qabeenyaa Saa’udii Birrii Biiliyoonaa 260 damee invastimantiirratti bobba’aniiru-MDhA
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Waggoottan kurnan lamaan darban abbootiin qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Birrii biiliyoona 260 galmeessan Itiyoophiyaatti pirojektoota invastimantii…
Wixineen baajata 2017 Tiriiliyoona 1’tti dhiyaatu Mana Maree Ministirootaaf dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 34ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Walga’ichaan wixinee labsii…