Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawuzeentti balaa tiraafikaan lubbuun hirmaattota cidhaa 3 darbe
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraay Aanaa Hawuzeenitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun hirmaattota chidhaa sadii darbuun ibsame.
Balichi Konkolaataa misirroo,…
Daawwannichi filmaatawwan invastimantii akka hubannu nu taasiseera-Jila Saa’udii
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti daawwannaa invastimantii taasisaniin damee invastimantii biyyaattii hubachuuf carraa uumuu Jilli Bizinasii fi Invastimantii Saa’ud Arabiyaa…
Bara aangoo haaraatti tumsi Hindiin Itiyoophiyaa waliin qabdu ni dagaaga-Naareendiraa Moodii
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Bara aangoo haaraatti Hindiin tumsaa Itiyoophiyaa waliin qabdu akka dagaagu Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin ibsan.
Filannoo Hindiitti…
Naannoo Somaaleetti nageenya waaraa mirkaneessu bira darbee gaaffiilee misoomaaf qabatamaan deebiin…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Naannoo Somaaleetti tokkummaa hoggansaa fiduun nageenya waaraa mirkaneessuu bira darbee gaaffiilee misoomaaf qabatamaan deebiin kennamaa jiraaachuu…
Godinichatti Pirojektoonni 128 ol Birrii miiliyoona 700 oliin ijaaraman Eebbaaf qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Godina Baalee Bahaatti pirojektoonni garaagaraa 128 baajata mootummaa fi hirmaannaa ummataan Birrii miiliyoona 700 oliin ijaaraman xumuramuun eebbaaf…
Dhaabbileen diimookiraasii sirnaa fi seera hordofuun kabajamuu faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Dhaabbileen diimookiraasii sirnaa fi seera hordofuun kabajamuu faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf akka dhaabbatan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Dooktar Abiy Ahimad Jila Invastimantii Olaanoo Saa’ud Arabiyaa waliin mari’tan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Invastimantii olaanoo Saa’ud Arabiyaa waliin mari’taniiru.
Mariin isaaniis misoomaa manneenii,…
Boordichi guyya kenninsa sagalee filannoo irra deebii fi haftee marsaa 6ffaa ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guyya kenninsa sagalee, filannoo irra deebii fi haftee marsaa 6ffaa Waxabajjii 16, 2016 ta’uu ifoomse.…
Sabboonummaan dinagdeen hindabaalamne hir’uudha-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Sabboonummaan dinagdeen hindabaalamne hir’uudha jechuun Pireezidaantii Ittaanaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin dubbatan.
Raawwiin Boordii…
Godina Shawaa Bahaatti Miseensonni Shanee 416 harka kennatan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Bahaatti miseensonni Shanee 416 karaa nagaatiin harka kennatan.
Miseensonni kunneen godinicha Aanaa Dugdaa keessa socho'uun hawaasa…