Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aa Shaayii fi Mi’eessituurraa Doolaara miiliyoona 30 argachuuf hojjetamaa jira-ATBShI
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Bu'aa shaayii fi mi'eessituurraa sharafa alaa Doolaara miiliyoona 30 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…
Itiyoophiyaanonni 200 Omaan irraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa 200 Omaan irraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.
Lammiilee deebitootaaf deegarsaa…
Labsiin fooyyessa filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itiyoophiyaa ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii fooyyessa filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itiyoophiyaa raggaase.
Mana Marichaatti…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti Giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, teeknooloojji…
Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Kibbaa Itiyoophiyaatti Dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Kibbaa Itiyoophiyaatti dameewwan oomisha huccuuwwanii, sibiilotaa fi bunatti sona dabaluurratti bobba’uuf fedhii…
Aadde Adaanech Abeebeen Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Magaalota C40 Waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Magaalota C40 Maarki Waatis waliin mari’ataniiru.…
Biirichi Qonna Gannaa 2016/17 Wallagga Bahaatti eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa Qonnaa Gannaa 2016/17 Godina Wallaggaa Aanaa Gobbuu Sayyootti eegalchise.
Saganticharratti Hogganaan Biiroo Qonnaa Obbo Geetuu…
Obbo Ahimad Shideen Ministira Ittaanaa Faayinaansii fi Diinagdee Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Ahimad Shideen Ministira Ittaanaa Faayinaansii fi Diinagdee Kooriyaa Kibbaa Kiim Biyoongi Hiwaan waliin mari’atan.
Marii…
Cimnee yoo hojjenne Itiyoophiyaa badhaatee yeroo dhiyootti argina- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Walta’iinsaan cimne yoo hojjenne fuulduratti magaalota jireenyaaf mijatoo ta’an keessatti Itiyoophiyaa badhaate yeroon itti arginu dhiyoodha jedhan…
Jilli Bizinasii Saa’ud Arabiyaa miseensota 79 qabu Itiyoophiyaatti daawwannaa taasisuufi-MDhA
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Mana Maree Daldalaa Saa’ud Arabiyaa fi Garee Daldalaa fi Invastimanti Saa’ud Arabiyaa miseensota 79 qabu Itiyoophiyaatti…