Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Cimnee yoo hojjenne Itiyoophiyaa badhaatee yeroo dhiyootti argina- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Walta’iinsaan cimne yoo hojjenne fuulduratti magaalota jireenyaaf mijatoo ta’an keessatti Itiyoophiyaa badhaate yeroon itti arginu dhiyoodha jedhan…
Jilli Bizinasii Saa’ud Arabiyaa miseensota 79 qabu Itiyoophiyaatti daawwannaa taasisuufi-MDhA
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Mana Maree Daldalaa Saa’ud Arabiyaa fi Garee Daldalaa fi Invastimanti Saa’ud Arabiyaa miseensota 79 qabu Itiyoophiyaatti…
Indaastiriin Warshaala konkolaataa Fiibeellaa Birri biiliyoona 3’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)-Magaalaa Dabra Birhaanitti kan ijaaramee Indaastiriin Warshaala (walitti hidhu) Konkolaataa Fiibeellaa Birrii Biiliyoona 3’n ijaarame eebbifame.…
Mootummaan Jaappaan Doolaara miiliyoona 6 ol Itiyoophiyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)-Sagantaa tumsa gamlamee Bulchiinsa Sagantaa Misooma Indaastrii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitiin Mootummaan Jaappaan hidhattoota duranii deebisanii…
Karoorri Mootummaa Naannoo Oromiyaa bara 2017, qophii gahaafi marii bal’dhaa booda kan…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Karoorri Mootummaa Naannoo Oromiyaa bara 2017, qophii gahaafi marii bal'dhaa booda kan qophaa'e ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Ogeeyyii miidiyaa kutaa Baha biyyattiif leenjiin ijaarsa dandeettii cimsuu kennamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Ogeeyyii miidiyaa kutaa Baha biyyattiif leenjiin ijaarsa dandeettii cimsuu Magaalaa Dirree Dawaatti kennamaa jira.
Dameen Hariiroo Ummataa fi Idil…
Qaamoleen qooda fudhattootaa ajandaalee adda baasuu xumuran
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) –Boqonnaan marii Komishiniin Maree Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jiru har’a oolmaa guyyaa 6ffaan itti fufeera.
Qaamoleen Qooda…
Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Barnoota Kooriyaa Kibba…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan, Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Barnootaa Kooriyaa Kibbaa Lee Juu Hoo…
Mariin biyyaalessaa furmaata biyyaalessaa argamsiisaan eegama-Aadde Adaanech
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa Ummanni abbaa aangoo fi abbaa dhimmichaa ta’uun kallattiinis ta’e bakka bu’oota isaan ajandaalee dhiyaatanirratti mari’achuun, furmaata…
Waajjirri Giiftii Duree fi Dhaabbanni Tola Oolaa “Good Neighbors” waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) - Hojiilee Waajjira Giiftii Dureen hojjetamuu deeggaruuf, Dhaabbata Tola Oolaa Idil Addunyaa “Good Neighbors” waliin waliigalteen…