Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartileen Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi miseensonni Paartilee Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho'an hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Qaamoleen kunneen ijaarsa Gamoo…
Magaala Jimmaatti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullina dhuunfaa fi naannoo gaggeeffameera.
Har'a ganama sa'aatii 12:00 irraa jalqabee gandoota magaalaa Jimmaa hunda…
Ministeerichi qormaata kutaa12ffaa bara kana ‘online’ kennamu ilaalchisee ibsa kenne
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online' niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera.
Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo…
Poolisiin Federaalaa Yakkoota Faayinaansii Dijitaalaan raawwataman ittisuuf qooda fudhattoota waliin…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Poolisiin Fedeeraalaa Yakkoota Faayinaansii Dijiitaalaan raawwataman waloon ittisuuf qooda fudhattoota waliin mari'ateera.
Hoggantoota…
Itiyoophiyaan Xaa’oo Biyyoo karaa Keeniyaa galchuu eegalte
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Xaa'oo Biyyoo karaa Keeniyaa galchuu eegaluu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Koreen Dhaabbii Dhimmoota…
Mariin hunda injifataa taasiisa – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Mariin hunda injifataa taasiisa jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Waraana keessa jiraannerra, rakkoolee muraasa ittiin…
Hamaas yaada murtoo dhukaasa dhaabuu Isiraa’eel dhiyeessite roga gaariin kan ilaalu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Hamaas yaada murtoo dhukaasa dhaabuu Isiraa’eel dhiyeessite roga gaariin kan ilaalu ta’uu beeksiiseera.
Yaada Murtoo Dhukaasaa dhaabuu Isiraa’ee…
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti sagantaan Tajaajila lammummaa Gannaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Booleetti sagantaa Tajaajila Lammummaa Gannaa eegalchiiseera.
Har’a sagantichaan ijaarsi Mana harka…
Jilli DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti piroojektota hirmaannaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Jilli Kaantibaa magaalaa Shaggar DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti piroojektota hirmaannaa hawaasaan ijaaraman…
Kaabineen magaalichaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen fiixee baajata bara 2017 irratti…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 13ffaa waggaa 3ffaa har'a gaggeesseen fiixee baajata bara giddu galeessaa 2017 irratti mari'achuun kallattii…