Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Taayyeen Ittaanaa Ministira Muummee Niwuuz Laandi waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Niwuuz Laandi Wiistaan…
Injinar Haabtamuu Tagganyi jila Abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuuda Injinar Haabtamuu Tagganyi jila Abbootii Qabeenyaa Paakistaan waliin mari’ataniiru.
Injinar Haabtamuun,…
Daandiin Qilleensichaa tarree Daandiiwwaan qillensaa Fe’umsaa gara magaalaa Leezhitti taasiisan…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa tarree Daandiiwwaan Qillensaa Fe’umsaa gara Beeljiyeem magaalaa Leezhitti taasiisan kesssatti hammatamuu…
Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaatti Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii gaggeeffamuu eegaleera.
Rakkoolee yeroo garaagaraatti mana…
Rakkoolee jiraniif furmaata waaraa kennuuf waliin mari’achaa waloon hojjechuun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa boqonnaa marii jalqabaa magaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeessaa jira.
Rakkoolee…
Sirni Bulchiinsa galii waloo, qoodinsii fi dabarsi iftoomaa fi itti gaafatummaa qabaachuu qaba…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Naannolee gidduutti guddinni madaalawaan akka jiraatu sirni Bulchiinsa galii waloo, qoodinsaa fi dabarsaa iftoomaa fi itti gaafatummaa qabaachuu akka…
Boqonnaan marii Maree Biyyaalessaa magaalaa Finfinneetti eegale
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa boqonnaa marii magaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaa gaggeessuu eegaleera.
.
Marii…
Komishiniin Maree Biyyaalessaa Boru boqonnaa marii magaalaa Finfinneetti ni eegala
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Boru boqonnaa marii magaalaa Finfinneetti kan eegalu ta'uu ibseera.
Marii guyyoota torbaaf gaggeeffamuun hirmaattoonni…
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.
Haaluma kanaan…
Aadde Adaanech Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa hambisuu, carraa hojii uumuu fi qaala’iinsa jireenyaa…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa hambisuu, carraa hojii uumuu fi qaala’iinsa jireenyaa hir’isuu…