Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Taayyeen gargaaraa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gargaaraa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Qindeessaa…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii Guutuun wabii nyaataaf bu’uura – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii Guutuun wabii nyaataaf bu’uura ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan ibsaniiru.
Naannoo…
Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaan Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan sagantaa Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaniiru.
Magaalaa Asoosaatti qofa…
Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Awwii Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Godina Awwii marsaa 2ffaaf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.
Dargaggoonni kunneen miseensa…
Argisiifnii fi Siimpoziiyeemiin idil addunyaa Caamsaa 22 eegalee Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Argisiifnii fi Siimpoziiyeemiin idil addunyaa Caamsaa 22 -24, 2016tti yeroo 2ffaaf Finfinnee Galma Barkumeetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.…
Hararitti waltajiin Waloo Paartiilee Siyaasaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Naannoo Hararii keessaa socho’anii waltajjii gaggeessaa jiraachuun ibsame.
Waltajjicharrati…
Jilli Abbootii qabeenyaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwate
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Jilli Abbootii Qabeenyaa Paakistaan miseensota 80 ol of keessatti hammate Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwateera.
Jilichi paarkicha…
Obbo Umood Ujuluun sagantaa tajaajila tola ooltummaa Gannaa eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun sagantaa tajaajila tola Ooltummaa gannaa Magaalaa Gaambeellaatti eegalchiisaniiru.…
Abbootiin Qabeenyaa Turkii hojiilee Invastimantii Itiyoophiyaarratti akka hirmaatan waamichi…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Ministir Deetan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Abbootiin qabeenya Turkii hojiilee Invastimantii Itiyoophiyaarratti akka…
Sagantaan eegalchiisa tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa sadarkaa naannoo gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa sadarkaa naannoo magaalaa Walaayittaa Sooddootti…