Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan eegalchiisa tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa sadarkaa naannoo gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa sadarkaa naannoo magaalaa Walaayittaa Sooddootti…
Gaaffiin mirga wabii Luba Balaay Makonniin faan dhiyeessan kufaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Lakkoofsa Herreega Baankii Gamtaa Afrikaarraa Sanada Sobaan Doolaaraa miiliyoona 6 fi kuma 50 waliindhahuun kan himataman gaaffiin mirga wabii Luba…
Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Sidaamaa hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa naannoo Sidaamaa Aanaa naannawaa Hawaasaatti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Waggoottan darbanitti Biqiltuun biiliyoonni 32 ol dhaabbate –TKM
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Waggoottan darbanitti sagantaa Ashaara magariisaa akka biyyaatti eegalameen guutuu biyyattiitti biqiiltuu biiliyoona 32 ol dhaabbate keessaa…
Komishinichi boqonnaa marii Finfinneetti eegaluuf ta’uu ibse
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti Boqonnaan marii biyyaalessaa Caamsaa 21, 2016 irrra eegalee kan eegalu ta’uu…
Godinichatti miseensota shanee 40 ta’anirratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Godina Boorana Bahaatti ajajaa Cibiraa Soddom Booroo dabalatee miseensota garichaa 40 ta'an irratti tarkaanfiin fudhatamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise.…
Oromiyaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota cimsuu…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota cimsuu Godinalee garagaraatti kennamuu eegaleera.…
Yaa’iin damee Geejjibaa fi Loojistiksii sadarkaa biyyaalessaa Gaambeellaatti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Yaa’iin damee Geejjibaa fi Loojistiksii sadarkaa biyyaalessaa bara 2016 Gaambeellaa eegalameera.
Yaa’iin damee Geejjibaa fi Loojistiksii sadarkaa…
Mareen biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa waaraan waan furuuf tumsuun barbaachisaadha- Sheek Hajjii…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Mareen biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa waaraan waan furuuf tumsuun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Aadde Adaanech ijaarsa Gamoo mana jireenyaa jiraattoota galii gadi aanaa qabaniif oolu eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Liddataatti ijaarsa Gamoo mana jireenyaa jiraattoota galii gadi aanaa qabaniif oolu…