Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaaf sadarkaa olaanaan qophiin taasifamaa jira –…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaaf sadarkaa olaanaan qophiin taasifamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Hoggantoonni Olaanoon Mootummaa Federaalaa hojiilee misoomaa Magaalaa Naqamtee daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Mootummaa Federaalaa hojiilee misoomaa Magaalaa Naqamteetti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Ministira Ministeera Qonnaa…
Hojiin Asiidummaa biyyee hir’isuu baasii Birrii biiliyoona 1.4 hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Hojiin Asiidummaa biyyee hir'isuu lafa hektaara kuma 52 fi 710 irratti baasii Birrii biiliyoona1.4 hojjetamaa jiraachuu Ministeera Qonnaa beeksise.…
Interpiraayiziin sanyii filatamaa Oromiyaa sanyii filatamaa baay’inaa fi qulqullinaan dhiyeessuuf…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Interpiraayiziin sanyii filatamaa Oromiyaa sanyii filatamaa baay’inaa fi qulqullinaan dhiyeessuun haqina sanyii filatamaa mudatu furuuf…
WMO’n Konfiraansii waggaa Finfinneetti gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa Konfiraansii waggaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti gaggeesseera.
Waldichi damee barnootaa, Fayyaa fi…
Daandiin qilleensichaa Waxabajjii 10 irraa jalqabee gara Naqamteetti balallii ni eegala
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Waxabajjii 10, 2016 jalqabee gara magaalaa Naqamteetti balallii kan eegalu ta’u beeksiiseera.
Daandii…
Misooma Godina Baha Guraagee guddisuuf Birrii miiliyoonni 425 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Sagantaan Hundeeffama Godina Baha Guraagee Magaalaa Buttaajiraatti gaggeeffamaa jira.
Dhalattoonni godinichaa biyya keessaa fi alaa, dhaabbileen…
Invastimantii bu’uuraalee misooma Ispoortii guddisuuf tattaaffiin taasiifamaa jira –…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Waggaa waggaan Invastimantii bu'uuraalee misooma Ispoortii guddisuuf tattaaffiin taasiifamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa fakkaatu ijaarameera – Jeneraal Ababaaw Taaddasaa
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Raayyaa Ittisaa dirqama isaa ga'umsaan bahatuu fi jaalala biyyaa qabu Raayyaan Itiyoophiyaa fakkaatu ijaaramuu Itti Aanaan Itaamaajoorii Waliigalaa Humna…
Komishinar jeneral Dammallaash Gabremikaa’el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Komishinarri komishinii poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabremikaa'el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa waliin Finfinneetti…