Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen tajaajila miidiyaa hawaasaa dambii fi qajeelfama kabajuun itti gaafatamummaan hojjechuu…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa gabaasa biyyaalessaa haasawa jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa miidiyaalee hawaasummaa ifoomsera.
Dhaabbileen…
Ayyaana lid Shawwaal sababeeffachuun agarsiisni Aadaa fi Feestivaalli baname
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Magaalaa Harariitti Ayyaana lid Shawwaal sababeeffachuun agarsiisni Aadaa fi Feestivaalli banameera.
Agarsisichi Bakka Pireezidaantiin Naannoo Hararri…
Jibutiitti rakkoo lammiilee Sanada malee jiraatanii furuuf bifa addaan hojjetama jedhame
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Jibutiitti Rakkoo lammiilee Sanada malee jiraatanii furuuf bifa addaan kan hojjetamu ta’uu Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa beeksise.…
Deenmaark Damee Qonnaan Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf murannoo qabachuu ibsite
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Manni Maree Imaammata Misoomaa Deenmaark damee qonnaan Itiyoophiyaa waliin tumsan hojjechuuf murannoo qabaachuu ibseera.
Ministirri Ministeera Qonnaa…
Balaa lolaa Roobni Arfaasaa qaqqabsiisuu danda’u ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Balaa lolaa Roobni Arfaasaa qaqqabsiisuu danda’u ittisuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa beeksise.
Lolaan Rooba…
Lammiileen kuma 1 fi 192 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)- Sa’ud Arabiyyatti lammiilee rakkoo keessatti argaman marsaa sadiin hojii gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen guyyaa har’aa lammiileen kuma 1 fi 192 Saa’ud…
USAID Itiyoophiyaaf deggarsa Doolaara miiliyoona 60 taasise
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa (USAID) deeggarsa Doolaara miiliyoona 60 Itiyoophiyaaf taasise.
Deeggarsi kunis sagantaa dandamannaa “Feed the future…
Ayyaana lid Shawwaalaa bifa ho’aan kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Ayyaana lid Shawwaalaa bifa ho'aan kabajuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaa, Hambaa fi Tuurizimii Naannoo Hararii beeksiise.
Naannichatti qophiin…
Baatiwwan salgan darban Birrii biiliyoona 10.35 oliin suphaan daandii gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Baatiwwan salgan darban Birrii biiliyoona 10.35 ol Maddoota galii adda addaarraa argameen Suphaan daandii gaggeeffamuu Bulchiinsi Daandiwwan Itiyoophiyaa…
Hambaalee Oromoo misoomsuun dhalootaaf dabarsuufi Aartii Oromoo guddisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota Aartii 151 baatii 3'f leenjisaa ture eebbisiisera.
Giddugalichibakka Hooggansi Mootummaa Naannoo…