Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalota naannolee garaagaratti hirirri deeggasaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Magaalotaa naannolee biyyattii garagaraattii jijjiiramaan bu’aalee argaman milkeessuuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffameera.
Haaluma kanaan hiriirri…
Fiichee cambaalaalaan beekumsaa ummannii Sidaamaa Itiyoophiyaa fi addunyaf gumaachaani-Pir.…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Fiichee Cambaalaalaan beekumsaa Ummanni Sidaamaa Itiyoophiyaa fi ummata Addunyaaf gumaachaan jechuun Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Milkaa’ina jijjiiramaan argaman itti fufsiisuuf hiriirri deeggarsa Finfinneetti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Milkaa'ina jijjiiramaan argaman itti fufsiisuuf kan kaayyeffate hiriirri deeggarsa Magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa jira.…
Fiichee Cambalaalaan kabajama jira
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Ummata Sidaama "Fiichee Cambalaalaan Magaalaa Hawaasaatti sirna hoo'aan kabajama jira.
Ayyaannichi Guyyaa kaleessa…
Aadde Adaanech Fiichee Cambalalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan
Aadde Adaanech…
Ummanni Sidaamaa fi Itiyoophiyaa Duudhaa dhiifamaa, araara, tokkummaa fi gammachuu abbootirraa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) - Ummanni Sidaamaa fi Itiyoophiyaa Duudhaa dhiifamaa, araara, tokkummaa fi gammachuu abbootirraa dhaalan tikfachuu fi kunuunsuu qabu jedhan…
Rakkoolee tajaajilaa fi bulchiinsaa waarinaan fooyyessuuf xiyyeeffannaan kennameera-MMI Tamasgeen…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Rakkoolee tajaajilaa fi bulchiinsaa waarinaan fooyyessuuf xiyyeeffannaan kennamu Ministirri Muummee Ittaanaan Tamasgeen Xurunaan ibsan.
Bakka…
Hiriira deeggarsaa Finfinneetti gaggeeffamuuf daandiilee cufaa ta’an Poolisiin ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Hiriira deeggarsaa Magaalaa Finfinneetti boru gaggeeffamuuf daandileen cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee ifoomseera.
Hiriirichi nagaan akka…
Roobni Waqtii Arfaasaa Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa cimee itti fufa – IRHI
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Roobni Waqtii Arfaasaa Baatiwwan Eebilaa fi Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga…
Dhaabbanni Maayikiroo Faayinaansii Injifannoo Adwaa dhaabbata abbaa mul’ataa Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Maayikiroo Faayinaansii Injifannoo Adwaa Dhaabbataa abbaa mul’ataa fuulduratti damee diinagdeen Raayyaa Ittisaa fayyadamaa taasisuudha…