Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan Itiyoophiyaatti dhibee HIV Eedsii ittisuuf kan oolu Doolaara miiliyoona 111 deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa karoora yeroo ariifachiisaan tattaaffii Itiyoophiyaan bara 2030tti HIV/AIDS dhabamsiisuuf taasisaa jirtuuf…
Ministeerichi Konkolaattoota Birrii miiliyoona 234 oliin bite naannolee fi bulchiinsa magaalootaaf…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Konkolaattoota Birrii miiliyoona 234 oliin bite naannolee fi bulchiinsa magaalootaaf dabarseera.
Konkolaattoota Toyoottaa…
Bakka buutoonni Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Dureewwanii fi barsiisonni Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Itti…
Gareen deeggarsaa fi hordoffii Dooktar Ballaxee Mollaan durfamu Aanaa Dodolaatti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Gareen deeggarsaa fi hordoffii Ministira Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxee Mollaan durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa…
Sirna fedhiifi faayidaa uummata itti fufiinsaan mirkaneessuu danda’u ijaaraa jirra – Aadde…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Sirna fedhiifi faayidaa uummata itti fufiinsaan mirkaneessuu danda’u ijaaraa jirra jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan.…
Daandiin Qaallittii – Bulbulaa – Addabaabayii Qilinxoo tajaajila Tiraafikaaf banaa ta’e
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qaallittii – Bulbulaa – Addabaabayii Qilinxoo tajaajila Tiraafikaaf banaa ta’uu Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Manni marichaa wixinee labsii fooyyeffama haala qabiyyeen lafaa itti fudhatamu murteessuuf ba’e…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a gaggeesseen wixinee labsii fooyyeffama haala qabiyyeen lafaa itti fudhatamu fi kaffaltii…
Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa Baankii Addunyaarra heyyama gorsaa argate
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa Pirojektoota Maallaqa Baankii Addunyaan gaggeeffamurratti Hojii Gorsaa injinariingii dandeettii ofiin raawwachuuf…
Qondaaltonni olaanoo federaalaa naannolee garagaraatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)- Qondaaltonni federaalaa Naannoolee biyyatti garaagaraatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Haaluma kanaan gareen deeggarsaa fi hordoffii miseensa…
Qaamolee rakkoo siistamaa mudate fayyadamuun maallaqa fudhatan hindeebifnerratti tarkaanfiin seeraa…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)- Qaamolee rakkoo siistamaa mudate fayyadamuun maallaqa fudhatan hindeebifnerratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…