Browsing Category
Ispoortii
Arsenaal Biraayitaniin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera.
Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen…
Beeniin Bootiswaanaa injifatte
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala…
Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera.
Bu’aa kana hordofee Maanchister…
Angoolaa 1-1 Zimbaabewee
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame.
Taphni ha'a Waaree booda…
Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa eegale
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa kan bara 2018 eegaleera.
Waldorgommii kanarratti giddu galoonni Leenjii,…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni…
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 18ffaan taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni eegama.
Taphoota torbee lamaan…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaan har'a taphni Ijiptii fi Afrikaa Kibbaa gidduutti taphatamu ni eegama.
Waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Angoolaan…
Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har'a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera.
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa Yuuniivarsiitii Jimmaatti gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa mata duree "Ispoortiin Daneessummaafi Beekumsaaf" jedhuun Amajjii 9- 24/2018’tti…
Nageellee Arsii 1 – 0 Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan Nageellee Arsiin Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi…